Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen biyya alaa tikeeta imalaa Itiyoophiyaatti bitan sharafa alaan kaffaluu akka qaban…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa lammiileen biyya alaa tikeeta imalaa isaanii Itiyoophiyaatti bitan sharafa alaan kaffaluu akka qaban beeksise.…
Balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Godina Geediyoo Aanaa Corsootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 9 darbuun ibsame.
Balichi konkolaataan fe’uumsa Diillaarraa gara…
Jijjiirama damee qonnaan galma’e itti fufsisuuf deeggarsi qaamolee tumsitoota murteessaadha –Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Jijjiirama damee qonnaan galma’e itti fufsisuuf deeggarsi qaamolee tumsitootaa murteessaa ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Dooktar Kaasaahuun Gofeen Ministira Daldalaa Jibuutii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahuun Gofeen Ministira Daldalaa Jibuutii Mahaammad Waarsaamaa fi jila…
Finfinneetti lammiilee Kuma 291’f carraan hojii umameera-Aadde Adaanech
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Bara bajataa 2016 Magaalaa Finfinneetti lammilee kuma 291 oliif carraan hojii uumamuu Kantiibaan Magaalattii Aadde Adaanech Abeebeen himan.
Manni…
Sagantaa misooma seeftineetii irratti qindoominaan hojjechuu barbaachisa-Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Sagantaa misooma seeftineetii irratti jijjiiramni akka dhufuuf qindoominaan hojjechuun akka barbaachisu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Pool Kaagaameef ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad filannoo Pireezidaantummaa Ruwaandaan Pool Kaagaameen irraa deebiin yeroo 4ffaaf filatamuu isaaniin ergaa…
Manneen kuma 17 ol kaafamtoota misoomaa fi kanneen biroof dabarfamaniiru-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti manneen kuma 17 ol kaafamtoota misoomaa fi fayyadamtoota biroof dabarfamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Yaa’ii idilee 4ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegale.
Manni marichaa yaa’iisaa kanaan gabaasa raawwii bara…
Sudaan Kibbaa Waliigaltee Yaa’a Laga Abbayyaa raggaasiste
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)-Sudaan Kibbaa Waliigaltee Biyyoota Yaa’a Laga Abbayyaa raggaasiste.
Biyyattiin Waliigalticha raggaasisuu ilaalchisuun Ministirri Muummee FDRI Dooktar…