Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Balaa Tiraafikaa Aanaa Beddelleetti mudateen lubbuun namoota 14 darbe
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Beddelleetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 14 darbuu ibsame.
Konkolaataan fe'umsaa ISUZU jedhamu namoota…
Riifoormii hojiirra oole guddina diinagdee itti fufiinsa qabu ijaaruuf kan dandeessisaniidha – Obbo…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree ‘Riifoormii Tajaajila Caalmaaf’ jedhuun kabajamaa jira.
Riifoormiin waggoottaan darban hojiirra oole guddina…
Ajajni Bahaa diinota biyya weeraruuf dhufan qaanessuun Biyya mataa ol qabachiiseera -Fiildi…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Ajajni Bahaa diinota biyya weeraruuf dhufan qaanessuun Biyya mataa ol qabachiisuu keessatti seenaa hindagatamne qaba jedhan Itaamaajooriin Waliigalaa…
Giddugalli Duudhaa Riifoormii Kabajaa fi Badhaadhina hundagaleessa Ummataati – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree ‘Riifoormii Tajaajila Caalmaaf’ jedhuun kabajamaa jira.
Giddugalli Duudhaa Riifoormii Kabajaa fi Badhaadhina…
Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) – Qaammee 2, Guyyaan Riifoormii mata duree, 'Riifoormii tajaajila caalmaaf' jedhuun guutuu biyyatti kabajamaa jira.
Riifoormiin sadarkaa hundatti…
Ajajni Bahaa hundeeffama waggaa 47ffaa kabajaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) -Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffama waggaa 47ffaa isaa kabajaa jira.
Sirnicharratti Itaamaajoor shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa…
Qaammee 2, Guyyaa Riifoormii
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf' jedhuun kabajamaa oola.
Itiyoophiyaan cabiinsa rogdaneessa keessa jirtu…
Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti fufiinsa qabuu fi bu’aa qabeessa…
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Qaammeen 2, Guyyaan Riifoormii mata duree 'Riifoormii tajaajila caalmaaf" jedhuun kabajamaa oola.
Biyyi daandii sirriirra akka imaltu riifoormiin itti…
Mootummaan Chaayinaa Komishinar Jeneraa Dammallaash Gabramikaa’eel Meedaaliyaa Warqee badhaase
Finfinnee, Qaammee 2, 2016 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa Ummataa Chaayinaa Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa'eel Meedaaliyaa Warqee badhaaseera.…
Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba’an…
Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) - Abbootiin qabeenyaa Ejansiiwwan 49 yakka daddabarsa namoota seeraan alaarratti bobba'an akka to'ataman taasifamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenya…