Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaffaltiiwwan dijitaalaa raawwannuuf eeggannoo taasisu qabnu
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Tibbi kun tibbaa ayyaanaa akkuma ta’e daldalli olaanaan yeroo itti gaggeeffamu ta’uun kan beekamuudha.
Keessumaa wayita ayyaanaatti bittaa fi gurgurtaawwan…
Qormaata hatuun hojmaata badaa fi biyyaaf kan hin fayyadne ta’uu hubatamuu qaba – Piroofesar…
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Barattoonni Qormaata hatuun hojmaata badaa fi gochaa biyyaaf hin fayyadne ta’uu hubachuun of ga’omsuurratti xiyyeeffachuu akka qaban Ministirri Ministeera…
Dooktar Abiy Piroojektii Jallisii Lixa Godee daawwatan
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Somaaleetti Piroojektii misooma Jallisii Lixa Godee daawwataniiru
Waggaa 2 dura gara Godee dhufeen…
Aadde Adaanech Bulchaa Bulchiinsa Jiyaangisuu waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Chaayinaatti Bulchaa Bulchiinsa Jiyaangisuu Shuu Kuunliin waliin mari’ataniiru.
Aadde…
Aanaa Dullachaatti Volkaanoon dho’e
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)- Naannawaa tibbana kirkirri lafaa itti mudataa ture keessaa Aanaa Dulachaa Gaara Doofan irratti Volkaanoon dhowuun eerame.
Dhohiinsa Volkaanichaa hordofee…
Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan bu’uura waliigaltee isaaniin mari’achaa jiru-MDhA
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa bu’uureffachuun mariiwwan itti fufiinsaan gaggeeffamaa jiraachuu Ministerri Dhimma Alaa Beeksise.
Dubbii Himaan…
Itiyoophiyaafi Somaaliyaan tasgabbii naannawichaa mirkaneessuuf waloon hojjechuuf murannoo qabaachuu…
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Jilli Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu Somaaliyaatti daawwannaa hojii taasiseera.
jillichi Pireezidaantii…
Guyyoottaan kurnan itti aanaan kutaaleen biyyattii harki caalu haala qilleensaa gogaa, aduu fi…
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Guyyoottaan kurnan itti aanaan Kutaalee Itiyoophiyoo hedduutti haalli qilleensaa qorraa gogaa, aduu fi qilleensa’aan amma mul’atu cimee kan itti fufu ta’uu…
Dhaabbileen misoomaa mootummaa 8 Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaatti makaman
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC)- Dhaabbileen misoomaa mootummaa 8 Invastimantii Holdiingii Itiyoophiyaatti makamaniiru.
Dhaabbileen kunneenis, Poostaa Itiyoophiyaa, Garee…
Tiikaad hariiroo Afrikaa Jaappaaniif murteessaa ta’uu isaan Itiyoophiyaan ni deeggarti –…
Finfinnee, Mudde 24, 2017 (FMC) – Koonfiraansiin Idil Addunyaa Tookiyoo – Afrikaa (TICAD) hariiroo Afrikaa – Jaappaaniif murteessaa ta’uu isaan Itiyoophiyaan kan tumsiti jedhan Ministirri…