Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa’ee jiraachuu keenyaati-Dooktar…
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Sabdaneessummaan keenya bifa keenya, tokkummaan keenyammoo waa'ee jiraachuu keenyaati jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy…
Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa baga guyyaa daneessummaa nagaan geessan-TKM
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaanonnii fi dhalattoonni Itiyoophiyaa bagaa guyyaa daneessummaan nagaan geessan jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ergaa dabarse.…
Sagantaan badhaasa “Nama gaarii” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sagantaan Badhaasa “Nama Gaarii” marsaa 12ffaan gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Pireezidantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee dabalatee keessummoonni…
Lammiileen 670 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisa keessa turan 670 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitootaaf deeggarsa barbaachisaa taasisuun…
Sirni Awwaalchaa Pirofeesar Indiriyaas Isheetee raawwate
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Sirni Awwaalchaa Pirofeesar Indiriyaas Isheetee Finfinnee Mana Amantaa Sillaasee Kaateediraalitti raawwateera.
Pirofeesar Indiriyaas Isheeteen dhibee…
Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Konfiraansiin Manneen Murtii Aadaa Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaa Obbo…
Bara haaraa sababeeffachuun manneen jireenyaa 837 dabarfaman
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Bara haaraa sababeeffachuun Kutaalee Magaalaa Finfinnee garaagaraatti manneen jireenyaa waliinii ijaaraman 837 harka qalleeyyii fi jiraattota biyyaaf oolmaa…
Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisnee ni tursian- Obbo…
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan dhaala dhaloota boruu waan taateef, birmadummaa ishee kabachiisuun ni tursina jedhan Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna…
Hidhi Haaromsaa birmadummaa diinagdee mirkaneessuuf pirojektii gahee olaanaa qabudha-Inj. Ashabbir…
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)- Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa birmadummaa diinagdee mirkaneessuuf gahee olaanaa kan qabu pirojektii seenaa jijjiiruudha jechuun Hoji Raawwachiisaa…
“Daneessummaa Birmadummaa Hunda Galeessaaf”
Finfinnee, Qaammee 3, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan biyya gootonni dhiigaa fi lafee isaaniin birmadummaa ishee eegsisanii asiin gahaniidha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…