Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qalma beelladaa raawwatamurratti eeggannoon akka taasifamu akeekame
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Ayyaanota hordofuun qalma beelladootaa raawwatamurratti eeggannoo akka taasifamu Ministeerri Qonnaa hubachiise.
Bu'aawwan Itiyoophiyaaf sharafa alaa…
Maaddii qooduun mallattoo jaalala biyyaa, yaadannoo michummaa miidhaginadha-Dooktar Abiy
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Maaddii qooduun mallattoo jaalala biyyaa, yaadannoo michummaa miidhaginadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy, maaddii…
Bu’aa fooyya’aan akka galmaa’uuf waliin dhaabbachuun hojii fooyya’aaf…
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) Bara dhufu bu’aa fooyya’aa galmeessisuuf tokkummaa keenya cimsinee waliin dhaabbachuun hojii fooyya’aaf qophaa’uu qabna jechuun Ministirri Tajaajila…
Manni Maree Magaalichaa Yaa’ii Ariifachiisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Manni Maree Magaalaa Shaggar Yaa'iin ariifachiisaa 1ffaa gaggeessaa jira.
Af-Yaa'iin Mana Maree Magaalichaa Obbo Qaabatoo Albee yaa'icharratti haasawaa…
Magaalaa Jimmaa, Shaggarii fi Adaamaatti guyyaan daneessummaa sosochii Ispoortii hundaan kabajame
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti…
Dooktar Abiy Hojjettootaa fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruf Maaddii Qoodan
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruuf maaddii qoodaniiru.
Dooktar…
Ministeerri Nageenyaa Qaammee 4, Guyyaa Daneessummaa kabajaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.
Itiyoophiyaanoonnii duudhaa…
Guyyaan Daneessummaa Naannolee garaagaraatti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)- Qaammeen 4 “Guyyaa Daneessummaa” naannoleetti sagantaalee garaagaraatiin kabajamaa jira.
Guyyichi Naannoo Harariitti sagantaalee garaagaraan kabajamaa…
Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf-BKO
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC)-Daneessummaa keenya gabbisuun tokkummaa fi nageenya waaraatti nuceesisa jechuun Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa Ibse.
Biirichi Qaammee 4- ‘Guyyaa…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ayyaana bara haaraa sababeeffachuun lammiilee harka qalleeyyii kuma…
Finfinnee, Qaammee 4, 2016 (FBC) – Qaammeen 4, Guyyaan Daneessummaa mata duree “Daneessummaa keenya tokkummaafi nageenya waaraaf!” jedhuun kabajamaa jira.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnees…