Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ulee diinni Oromoon Oromoo cabsuuf qopheesse waliin cabsinee bara haaraatti nagaa keenya waaressuuf hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa…
Sonawwan man-dhalee bu’uureffachuun yeroo gabaabaa keessatti bu’aaleen galmaa’aniiru-Obbo Adam…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Sonawwan man-dhalee teeknooloojiif, yaada kalaqaaf dhiyoo ta’anirratti bu’uureffachuun hojiileen eegalaman yeroo gabaabaa keessatti bu’aa galmeessuu eegaluu…
Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Meeshaaleen Kontirobaandii Birrii miiliyoona 15 olitti tilmaamamu shakkamtoota waliin to’atamu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Poolisiin Federaala…
Miseensota Raayyaa Ittisaa yakkamtoota turan 178’f dhiifamni taasiifame
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Ministeerri Raayyaa Ittisaa bara haaraa sababeeffachuun Miseensota Raayyaa Ittisaa yakkamtoota turan 178’f dhiifama taasisuu beeksiise.
Waraana Kaaba…
Qaamolee Milkaa’ina Fooramii Magaalotaa Afrikaaf gumaachaniif beekkamtiin kenname
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Qaamolee Milkaa’ina Fooramii Magaalotaa Afriikaaf gumaachaniif beekkamtii kenneera.
Waltajjicharratti…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa jijjiirra baraa 2017 ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarse.
Manni marichaa ergaa isaan, baroota hojii dabarseen…
Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa sirreeffamtoota seeraa 892’f dhiifama taasise
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Naannoon Kibbaa Itiyoophiyaa ayyaana bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 892 ‘f dhiifama taasisuu beeksise.
Pireezidaantiin naannichaa…
Dooktar Alamuun imaltootaa fi hojjettoota geejjibaaf hawwii gaarii ibsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuun Simeen imaltootaa har’a daandii imalanii fi hojjettoota geejjibaa qaxxaamura biyyaaf hawwii…
Qaammeen 5, Guyyaan egeree kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Dhaloonni Ida’amuu Itiyoophiyaa Hundaaf Taatu Ijaara!
Itiyoophiyaan ifaajii ilmaan ishee wal harkaa fuudhinsa dhaloonni taasisaniin fuuldurri ishee ifaa…
Dhamaatii har’aa bu’aa boriif – TKM
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Qaammee 5, guyyaa Egeree fi jala bultii bara haaraa ilaalchisee ergaa baga geesanii dabarseera.
Bori abdii, hawwii…