Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen maaddii qoodan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen jijjiirraa bara haaraa sababeeffachuun Giddugalaa Dandamchisaa fi Tursisa Yeroo Daa’immanii Magaalaa Finfinneetti…
Naannoon Sidaamaa sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 549’f dhiifama taasiise
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Naannoon Sidaamaa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa kuma 1 fi 549’f dhiifama taasiiseera.
Sirreeffamtoota dhiifamni taasiifameef…
Hawaasni wayita ayyaana kabaju balaa tasaa fi ibiddarraa akka of eegu dhaamame
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Wayita ayyaanaatti itti fayyadamni anniisaa olaanaan waan jiruuf hawaasni balaa tasaa fi ibiddaarraa of eeggannoo akka taasisu dhaamame.
Waajjirri Hojii…
Abbootiin Amantaalee ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Abbootiin Amantaalee bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Barri haaraan waayita kabajamuu nageenya biyyaa waaressuu fi…
Yeroon sirnaan ummata keenya tajaajillu amma-Obbo Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Yeroon sirnaan ummata keenya tajaajilluu fi boqonnaa ce’umsaarraa ga’amuu Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.
Obbo Arggaa…
Qaammeen 5, Guyyaan Egeree sadarkaa naannoo Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Qaammeen 5, Guyyaan Egeree mata duree "Dhaloonni Ida'amuu Itoophiyaa Hundaaf Taatu Ijaara!" jedhuun sadarkaa naannoo Oromiyaatti magaalaa Bishooftuutti…
Barri haaraan hojiileen misoomaa eegalaman ciminaan kan itti gaggeeffaman ta’uu qabu-Ordiin Badirii
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Barri haaraan hojiileen misooman eegalaman ciminaan kan itti gaggeeffaman ta’uu qabu jedhan Pireezidantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin.
Obbo…
Obbo Musxafee Mahammad ergaa baga ittin isin gahe dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad bara haraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga gessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin barri haaraan…
Yeroon kan uumaan hundaaf kenne qabeenya guddaadha – Obbo Awwal Aarbaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Ummanni Itiyoophiyaa hundi baga bara haaraa…
Bara haaraatti abdii fi mul’ata haaraa qabannee milkii fi injifannoo caalmaatti cehuuf onnachuu…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)-Bara haaraatti abdii fi mul’ata haaraa qabannee milkii fi injifannoo caalmaatti cehuuf onnachuu qabna jedhan Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee…