Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun dubartoota 3 darbuu ibsame.
Kutaa magaalichaa aanaa 11…
Aanaa Sinaanaatti Riqichi cituun miidhaa dhaqqabsiise
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) - Godina Baalee Aanaa Sinaanaatti Riqichi Laga Togonaa cituun, Konkolaataa fe'umsaa dhidhimsuu ibsame.
Balaa dhaqqabeen konkolaachisaafi namoota…
Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifame
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti kan ijaarame Giddugalli Nyaataa Tasfaabirhaan 21ffaan eebbifameera.
Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroonni biyyoota adda addaa bara haaraa 2017 Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Itiyoophiyaatti…
Dooktar Abiy kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif Masaraa Mootummaatti maaddii qoodan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ayyaana waggaa bara haaraa sababeeffachuun kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif Masaraa Mootummaatti maaddii…
Ayyaanni Bara haaraa guutuu biyyattiitti kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 1, 2017 (FBC) – Ayyaanni Bara haaraa 2017 guutuu biyyattiitti kabajamaa jira.
Barichi bara tokkummaa, jaalalaa, dhiifamaa fi nageenyii waaraa itti mirkanaa’u akka ta’u…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan ergaa baga ittiin isin gahe dabarsan
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan, bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee…
Nageenya waareessuun gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii Uummataa deebisuuf ni hojjetama –Aadde…
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Nageenya argame waareessuun gaaffii misoomaa fi bulchiinsa gaarii uummataa deebisuuf ni hojjetamaa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Gaambeellaa Aadde…
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera.
Tajaajilichi ibsa baaseen,bara 2016tti qormaatilee…
Naannoon Amaaraa sirreeffamtoota seeraa kuma 1fi 430 dhiifama taasiise
Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC) –Mootummaan Naannoo Amaaraa bara haaraa sababeeffachuun sirreeffamtoota seera kuma 1fi 430’f dhiifama taasiseera.
Sirreeffamtoota dhiifamni taasiifameef…