Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis Rizoortii Manneen biyyoota Afrikaa 54’n bakka bu’an qabate…
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Rizoortii fi Ispaan Afrikaa Viilejii Kurriftuu, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa…
Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Abbootiin Qabeenyaa Kaappitaala Birriii biiliyoona 100 fi…
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Abbootiin qabeenyaa kuma 10 Kaappitaala Birriii biiliyoona 100 fi Biiliyoona 66 ol galmeessan simatamuu Biiroon…
Dooktar Abiy Jigjigaatti Warshaa konkolaataa walitti hidhu daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jigjigaatti warshaa konkolaataa walitti hidhu (Warshaaluu )daawwataniiru.
Warshichi guyyaatti konkolaatoota…
Mootummaan naannawaalee kirkirri lafaa mudateetti Miidhaa qaqqabe qorachaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Mootummaan naannawaalee kirkirri lafaa mudateetti miidhaa qaqqabe hojjettoota yeroo balaa ogummaa garaagaraarra walitti babba'an bakkichatti bobbaasuun…
Itiyoophiyaan qormaatilee keessatti guddina ajaa’ibaan olka’aa jirti- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaan qormaatilee keessatti dameewwan garagaraatiin guddina ajaa’ibaan olka’aa jirti jedhan Ministirri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad .
Dooktar…
Awwaash Fantaalleetti kirkirri lafaa Reektar Iskeeliin 5.3 mudate
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Har'a galgala kana naannawaa sa'aatii 2:01 Awwaash Fantaalleetti kirkirri lafaa Reektar Iskeeliin 5.3 mudachuu Yuuniversiitiin Finfinnee beeksise.…
Faanaa miidiyaa Koorporeeshin ga’umsa yeroon barbaaduun hojiilee biyyaa fi ummata fayyadu…
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin daawwataniiru.
Bu'aa Dhaabbilee miidiyaa jajjaboo lamaa kan…
Naannoo Somaaleetti Piroojektiin Jallisii lafa hektaara kuma 100 fi kuma 12 ol misoomsuu…
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Naannoo Somaaleetti Piroojektiin Jallisii lafa hektaara kuma 100 fi kuma 12 ol misoomsuu danda'u qoratamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Jallisii fi…
Kaffaltiiwwan dijitaalaa raawwannuuf eeggannoo taasisu qabnu
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC)-Tibbi kun tibbaa ayyaanaa akkuma ta’e daldalli olaanaan yeroo itti gaggeeffamu ta’uun kan beekamuudha.
Keessumaa wayita ayyaanaatti bittaa fi gurgurtaawwan…
Qormaata hatuun hojmaata badaa fi biyyaaf kan hin fayyadne ta’uu hubatamuu qaba – Piroofesar…
Finfinnee, Mudde 25, 2017 (FMC) – Barattoonni Qormaata hatuun hojmaata badaa fi gochaa biyyaaf hin fayyadne ta’uu hubachuun of ga’omsuurratti xiyyeeffachuu akka qaban Ministirri Ministeera…