Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoo Teeleekoom lakkoofsa ergaa gabaabaa lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irra qaqqabeef…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Itiyoo Teeleekoom lakkoofsa ergaa gabaabaa lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhaan irra qaqqabeef deeggarsa walitti qabuuf gargaaruu…
Komishinichi lammiilee balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Namoomaa taasisaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Namoomaa taasiisaa jiraachuu…
Komishinichi qaamolee tumsitoota misoomaa waliin mari’ate
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa qaamolee tumsitoota misoomaa waliin mari’ateera.
Komishinichi qaamolee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti gama…
Afyaa’ii Taaggasaa Caafoon Lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irrra qaqqabe jajjabeessan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC)-Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoo fi qondaaltoonni Olaanoo mootummaa Goofaatti lammiilee sababa Sigiga lafaan miidhaan irra…
Buna jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamatu misoomsurratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Buna jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamatu misoomsurratti xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen…
Ambaasaaddar Taayyeen Barreessaa Dhimmoota Alaa fi Idil Addunyaa Ispeen waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Dhimmoota Alaa fi Idil Addunyaa Ispeen Diyaagoo Maartineez waliin…
Hoggantoonni fi Hojjettoonni Biirichaa Aanaa Wanciitti Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Hoggantoonni fi Hojjettoonni Biiroo Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa waloon ta’uun Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Wanciitti biqiltuu…
Feestivaalli Manneen Barnoota Ifa Boruu, Bultii Adda fi manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Feestivaalli Manneen Barnoota Ifa Boruu, Bultii Adda fi manneen Barnoota Sadarkaa 2ffaa marsaa 2ffaan Naannoo Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeeffamaa…
Mareen biyyaalessaa nageenya waaressuuf boqonnaa murteessaadha – Komishinii Maree Biyyaalessaa
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Mareen biyyaalessaa nageenya waaressuuf boqonnaa murteessaa ta’uu isaan hawaasni hirmaannaa hoo’aa akka taasiisu komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha…
Manni Maree naannichaa Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi raawwii hojii…