Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baajanni Naannichaa bara 2017 Birrii Biiliyoona 6 ta’uun ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Manni Maree Naannoo Gaambeellaa baajata bara 2017 Birrii Biiliyoona 6.4 raggaasise.
Baajaata raggaa’e keessaa Birri biiliyoona 2.9 galii naannichaan…
Sirni badhaasaa Pireezidaanshaalii Naanoo Oromiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Sirni Badhaasa Pireezidaanshaalii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan argamanitti gaggeeffameera.…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Yaa’aawwaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii waliin mari’ataniiru.
Obbo…
Leenjiin ogeeyyii Miidiyaa fi Kominikeeshinii marsaa 4ffaan kennamuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- leenjiin ogeeyyii Miidiyaa fi Kominikeeshinii marsaa 4ffaan Magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaleera.
Leenjichi mata duree "Seennessa Biyyaalessummaa…
Antooniyoo Gutareez balaa sigiga lafaan miidhaa qaqqabeen gadda isaanitti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)-Barreesaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareez balaa sigiga lafaa Godina Goofaatti mudateen miidhaa qaqqabeen gadda isaaanitti…
Pireezidanti Putiin balaa sigiga lafaa Gofaatti mudateen gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigaga lafaa mudachuun miidhaa qaqqabeen gadda isaanitti…
Gamtaan Emereetota Arabaa adeemsa marii miseensummaa DhDA Itiyoophiyaaf deeggarsa teeknikaa akka…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Gamtaan Emereetota Arabaa adeemsa marii
miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaaf deeggarsa teeknikaa akka taasistu beeksiste.
Walga’iin Mana Maree…
Komishinar Dammallaash Gabiramikaa’el pirojektii babal’isa Hospitaala Poolisii daawwatan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Dammalaash Gabiramikaa’eel sadarkaa ijaarsa pirojektii babal’isa Hospitaala Poolisii Harariitti ijaaramaa…
Naannawaa sodaa balaa qabanii lammiileen buqqa’an kuma 6 ol deeggarsi akka barbaachisu akeekame
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan kanneen buqqa’anitti dabalataan naannawaa soda balaa qabanii kan buqqa’an lammiilee kuma 6 ol deeggarsi akka…
Sagantaan beekkamtii dargaggoota tola ooltota daangaa ce’oo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 18, 2016 (FBC)- Naannolee garaagaraatti tajaajila tola ooltummaa daangaa ce’aa kennamaa tureerratti dargaggoota hirmaataniif sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffamaa…