Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Lammiilee Godina Goofaatti miidhaan irrra qaqqabe jajjabeessan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa ganda Keenchoo Saachaa argamuun lammiilee…
Magaalaa Goondaritti hiriirri deeggarsaa gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Magaalaa Goondaritti hiriirri deeggarsaa hojiilee misoomaa mootummaan hojjechaa jiruuf beekamtii kennu gaggeeffameera.
Jiraattoonni magaalichaa…
Manni Maree Naannichaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) -Manni Maree Naannoo Hararii yaa’ii idilee 6ffaa bara hojii 3ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo…
Guyyaan Gaddaa Biyyaalessaa Labsame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaatti Guyyaan Gaddaa biyyalessaa guyyoota sadiif turu labsame.
Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaatti bala Sigiga lafaa mudate hordofee…
Waa’ee Malkaa Qunxurree Kana Beektuu Laata?
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Malkaan Qunxurree, Finfinneerraa gara Kibbaa km 50 Sulula Laga Awaash ol’aanu keessa, Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaa keessatti argama.…
Filmaatawwanii fi carraalee damee geejjibaa fi loojistiksiirratti mari’atame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamu simeen garee Dhabbata Faayinaansii fi Daldalaa Idil Addunyaa waliin filmaatawwanii fi…
Itiyoophiyaan olola Mootummaa Somaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jirti-MDHA
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan olola Mootummaa Soomaaliyaan gaggeeffamaa jiru itti dhiheenyaan hordofaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Ministeerichi…
Malkaa Qunxurreen UNESCO’tti galmaa’e
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Nannawaan Hambaa lafee dhala namaa Malkaa Qunxurreen Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomaniitti (UNESCO) galmaa’e.
Yaa’ii…
Hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoonaa 1.4’rra ruuziin facaafameera-BQO
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaaraa miiliyoona 1.4 irra Ruuziin facaafamuu Biirroon Qonnaa Oromiyaa Beeksise.
Godina Jimmaa Aanaa…
Mariin Biyyaalessaa hunda hirmaachisuun akka gaggeeffamu tattaaffiin taasifamaa jira-Pirof. Masfiin…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2016 (FBC)- Mariin Biyyaalessaa kutaalee hawaasaa hunda walqixa haala hirmaachiseen akka gaggeeffamuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Komishiniin Mariin…