Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii sochii diinagdee biyyaalessaaf gahee olaanaa bahachaa jira-Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Dameen Geejjibaa fi Loojistiksii sochii diinagdee biyyaalessaaf gahee olaanaa bahachaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar…
Yaa’iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa gaggeeffame
Finfinnee, Adoolessa 21, 2016 (FBC)-Yaa'iin Waliigalaa Buusaa Gonofaa Oromiyaa yeroo jalqabaaf gaggeeffame.
Yaa'icharratti Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurhaamaan,…
Dooktar Abiy Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggaman
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad raawwii hojii Piroojektii madda anniisaa Kooyishaa Gibee 4ffaa gamaaggamaniiru.
Piroojektiin madda…
Pireezidaantiin Chaayinaa lammiilee Itiyoophiyaa balaa sigiga lafaa muudateen lubbuu isaanii…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing lammiilee Itiyoophiyaa Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuu isaanii dhabaniif gaddi itti…
Balaa sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa’e – Obbo Xilahuun…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Godina Goofaatti balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 232 darbuu mirkanaa'uu Mootummaan naannoo Kibba Itiyoophiyaa beeksise.
Balichaan hanga…
Daandiin Qilleensichaa wiixata dhufuu eegalee Finfinnee Maqalee akkasumas Maqalee Finfinnee balallii…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa wiixata dhufuu eegalee Finfinnee gara Maqalee akkasumas Maqalee gara Finfinnee balallii halkanii kan eegalu ta'uu ibse.…
Godina Goofaatti lammiilee sababa sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsi taasifamu itti fufeera…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Godina Goofaatti lammiilee sababa sigiga lafaan miidhamaniif hanga ammaatti deeggarsi midhaan nyaataa Birrii miliyoona 60tti tilmaamamu taasifamuu…
Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 9 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Yuunivarsiitiin Riiftii Vaalii barattoota ogummaa garaagaraan kaampaasiwwan Finfinnee fi Magaalaa Shaggar keessatti argamanitti barsiisaa ture kuma 9 fi…
Gamtaan Emereetota Arabaa Lammiilee sababa sigiga lafaan Miidhaan irra qaqabeef deeggarsa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) - Gamtaan Emereetota Arabaa Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaa ganda Keenchoo Saachaa Gozditti balaa sigiga lafaa mudateen…
Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 20, 2016 (FBC) –Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii dilee 6ffaa bara hojii 3ffaa magaalaa Samaaraatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Pireezidaantiin…