Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoota Ayyaana Damaraa fi Irreechaarratti nageenya kabachiisan kuma 310 oliif bobbiin kennamuu…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Dargaggoota Ayyaana Damaraa fi Irreechaarratti nageenya kabachiisan kuma 310 oliif bobbiin kennamuu Biiroon Dargaggoo fi…
Ayyaanni Damaraa duudhaa amantaa eegee akka kabajamu qophiin barbaachisu xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Ayyaanni Damaraa Masqalaa duudhaa amantaa eegee akka kabajamu qophiin barbaachisu xumuramuu Biiroon Bulchiinsaf Nageenyaa magaalaa Finfinnee…
Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Itiyoo – Jibutii Adaamaa – Jibuutii Horii Gaanfaa geejjibsiisuu…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Tajaajilli Geejjiba Baaburaa Itiyoo - Jibutii Adaamaa – Jibuutii Horii Gaanfaa geejjibsiisuu eegaluu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan tajaajilichaa Injinar…
Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee marsaa 6ffaan xumurame
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee marsaa 6ffaan Magaalaa Finfinnee fi Shagaritti gaggeeffamaa ture xumurame.
Kaarnivaalli Goobee fi Shinooyyee…
Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Paakistaanitti raawwate balaaleffatte
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Paakistaan naannawaa Bulchiinsa Kaaybar Paaktuunkiwaatti Ambaasaddar Itiyoophiyaa dabalatee jila biroo kan hammate ‘Dippilomaatik Konvey’ irratti…
Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirni Goobee fi Shinooyyee bara kanaa Magaalaa Finfinnee fi…
Manni Maree Nageenya bakka bu’ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Itiyoophiyaan…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017(FBC)-Fooyyessi Mana Maree Nageenya Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bakka bu'ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Ministirri Dhimma Alaa…
Sirna Damaraa Masqalaa haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuun hojiitti galamuun eerame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa Masqalaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin duraa barbaachisaan xumuramuun hojiitti galamuu Gamtaan Qaamolee Nageenyaa beeksise.…
Hoggantoonni Paartii Badhadhinaa Adaamaatti hojiilee misoomaa dawwatan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa garagaraa dawwataniiru.
Hoggantoonni kunneen daawwannicharatti akka biyyaatti…
“Yooyyoo Gifaataan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017(FBC)-Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa "Yooyyoo Gifaataan" Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
“Yooyyoo Gifaataan” Saba…