Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’i Gadaa Sadeen Booranaa Qaalluu Odituu Iddoo Kuraa muuduu eegale
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)-Godina Boorana Bahaa Aanaa Areeroo Ardaa Jilaa Oli Gabbisaatti Yaa'i Gadaa Arboora, Hawaxxuu fi Koonnituun Waggaa 8ffaa isaaniitti Baalli Gadoomaa Eebbaan…
Gara Indaastiriitti ce’uuf yuuniyenoota maaltu gaadi’e?
Obbo Kumasaa Guddinaa Hoji Raawwachiisaa Yuuniyeniin Oomishtoota Kuduraa fi Muduraa Maqii Baatuu yoo ta’an, yuuniyeniiin isaanii irra jireessan kuduraa fi muduraa oomishuurratti…
Lammiilee Balaa Kirkiraa lafaaf saaxilaaman baraaruuf hanga ammaatti maaltu hojjetame?
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)-Naannoolee Oromiyaa fi Afaaritti kirkira lafaa mudachaa jiruun deebii kennamaa jirurratti Komishiniin Hoggansa Soda Balaa Itiyoophiyaa ibsa kenneera.…
Obbo Adam Faaraah Walaayittaa Sooddootti hojiilee ‘Maaddii Guutuu’ daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa…
Qabiyyee turizimiin maqaan gaariin Oromiyaa kan tikfamuudha-Pir. Shimallis Abdiisaan
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)-Mootummaan, Oromiyaa wiirtuu gahumsa turistootaa fi invastarootaa gochuuf toora qabiyyee turizimiin maqaan gaarii naannichaa kan ittiin tiksu ta'uu…
Dooktar Abiy Ahimad Jigjigaatti Giddugala Horsiisa Lukkuu “Horn Africa” daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Magaalaa Jigjigaatti Giddugala horsiisa Lukkuu “Horn Africa” guyyaatti hanqaaquu kuma 35 oomishu daawwataniiru.…
Kitaabni “Dhalee” eebbifame
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)- Kitaabni mata duree " Dhalee" jedhuun Dooktar Ayyaalaa Kabbadaatiin barreeffame eebbifameera.
Sirna eebba kitaabichaarratti Ministir Deetaan Ministira…
Dooktar Abiy Ahimad Jigjigaatti hojiilee misooma kooriidarii daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti hojiilee misooma kooriidarii hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Magaalaan…
Pireezidaanti Shimallis Rizoortii Manneen biyyoota Afrikaa 54’n bakka bu’an qabate…
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Rizoortii fi Ispaan Afrikaa Viilejii Kurriftuu, Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa…
Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Abbootiin Qabeenyaa Kaappitaala Birriii biiliyoona 100 fi…
Finfinnee, Mudde 26, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti baatiwwan jahan darban Abbootiin qabeenyaa kuma 10 Kaappitaala Birriii biiliyoona 100 fi Biiliyoona 66 ol galmeessan simatamuu Biiroon…