Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti lafti heektarri kumni 500 fi kumni 78 ol Qonna Gannaan misoome daawwatame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Godina Baaleetti lafti heektarri kumni 500 fi kumni 78 ol midhaan akaakuu adda addaan misoome ogeeyyii miidiyaan daawwatameera.
Ogeeyyiin Miidiyaa…
Qajeelfamni Dizzaayina Daandii Magaalootaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii Inistiitiyuutii Imaammata Misooma Geejiba Idil Addunyaa waliin ta'uun Qajeelfama Dizzaayina Daandii Magaalootaa…
Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa adeemsa ijaarsa Loojii Gar’aaltaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Hoggantoonni Dhaabbilee Federaalaa qaama Piroojektii Maaddin Biyyaaf kan ta'e ijaarsa Loojii Gar'aaltaa daawwataniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma…
Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu bakka bu’uunsi…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Damee Bobbii Hojii Alaan Ameerikaa fi Awurooppaatti lammiilee hojiif akka bobbaasaan qaama kamiifiyyuu beekamtii fi bakka bu'uunsi kenname kan hin jirre…
Itiyoophiyaan kuufama qabeenya Albuudaa qabdu sirnaan fayyadamuuf hojiilee hedduu hojjechaa jirti…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen agarsiisa Maayinteeksii fi Teeknooloojii Albuudaa bara 2017 Galma Barkumeetti qophaa'e bananiiru.
Sirna…
Paartiin Badhaadhinaa paartii waggoota muraasa keessatti milkaa’inoota hedduu galmeessedha…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina Hunda Galeessaaf' jedhuun…
Guyyaa hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun daawwannaan hojii gaggeeffamaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaa hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa sababeeffachuun kutaalee Magaalaa Shaggaritti daawwannaan hojii gaggeeffamaa jira.
Hundeeffama…
Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina…
Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 5ffaa Paartii Badhaadhinaa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata turee 'Olaantummaa Yaadaa Badhaadhina…
Har’a ‘mandara Qulqullinaa’ eebbisuu keenyan dura, bu’uuraalee qulqullina…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2017 (FBC) – Har'a 'mandara Qulqullinaa' eebbisuu keenyan dura, bu'uuraalee qulqullina biyyoolessaa Kaleessa ijaarre daawwachuuf carraa arganneerra jedhan Ministirri…