Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Shaggaritti Qonni Qamadii Jallisii Bonee eegale
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Magaalaan Shaggaritti Qonni Qamadii Jallisii Bonee bara kanaa guyyaa har’aa haala hoo’aa ta’een eegaleera.
Bara kana lafa hektaara kuma 65 ol…
Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Haalli qabatamaan Itiyoophiyaa yeroo ammaa,guddina saffisaa malee seenaa namoonni hedduun beelaan du’an miti jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy…
Oomishni yeroo ammaa jiru imalli birmadummaa nyaataa mirkanaa’aa jiraachuu agarsiiftudha – TKM
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Oomishni Qonna Gannaan Godina Arsii fi Baaleetti oomishamaa jiru imalli birmadummaa nyaataa Itiyoophiyaa mirkanaa’aa jiraachuu agarsiiftuu ta'uu…
Ambootti duulli qulqullina naannoo gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Magaalaa Ambootti kabajaa Ayyaana sabaafi sablammootaa 19ffaa sababbeeffachuun Duulli qulqullina naannoo gaggeeffameera.
Duula…
Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa ummataa waaressuu yeroo kamuu caalaa cimee itti…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)-Murnoota nageenya naannichaa booressuu fi dararaa itti fufan irratti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu fi nagaa ummataa waaressuu yeroo kamuu caalaa…
Obbo Tamasgeen Xurunaan agarsiisa albuuda fi teeknooloojii daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Galma Barkumeetti gaggeeffamaa kan jiru agarsiisa albuudaa fi teeknooloojii daawwataniiru.…
Tumsitoonni misoomaa Afrikaatti nageenya waaraa mirkaneessuuf deeggarsa taasisan cimsuu qabu-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Tumsitoonni misoomaa Ardii Afrikaa fi Idil Addunyaa Afrikaatti nageenya waara mirkaneessuuf deeggarsa taasisan cimsuu akka qaban Afyaa’iin Mana Maree Bakka…
DhMG tattaaffii Itiyoophiyaan nageenya naannawaaf taasistu akka deeggaru ibse
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii tattaaffii Itiyoophiyaan nageenya naannawaa fi Idil Addunyaaf taasistu akka deeggaru Itiyoophiyaatti Qindeessan…
Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jiruudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Fiinlaandi hariiroo gamlamee Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuu fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC)- Fiinlaandi hariiroo gamlamee Itiyoophiyaa waliin qabdu cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite.
Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataatti Koreen dhaabbii dhimmoota…