Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu Aanaa Yaa’abalootti Tursiisaa fi fooyyeessa…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Yaa'abalootti Tursiisa, Gabbisaa fi fooyyeessa…
Jilli Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaa’aballoo…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu adeemsa ijaarsi buufata xiyyaaraa Yaa'aballoo irratti argamu…
Hojiirra Oolmaan Imaammata Diinagdee Gooroo guddina biyyaalessa guutuu ta’e kan fidu ta’uu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Hojiirra Oolmaan Imaammata Diinagdee Gooroo guddina diinagdee biyyaalessa guutuu ta’e kan fidu ta’uu hoggantoonni olaanoon ibsan.
Guddina…
Pirojektoonni Finnaa Godina Booranaa bu’aa gaarii argamsiisaa jiru jedhame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2016 (FBC) – Jilli PireEzidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Booranaa Aanaa Mooyyaleetti Pirojektii Finnaa Burquqqee…
Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa 313 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 236 dhiirota, 44 dubartootaa fi 6 ammoo daa’imman reef…
Weellisa Kadiir Ahimad du’aan boqote
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)-Weellisaa Kadiir Ahimad du’aan addunyaa kanarraa boqote.
Weellisaa Kadiir Ahimad dhibee isa mudateen hospitaalatti wal’aanamaa utuu jiruu har’a du’aan…
Godina Walaayittaatti Sigiga Lafaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)-Godina Walaayittaa Aanaa Kaawoo Koyishaa Ganda Xeeppaa balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 11 darbe ibsame.
Balichi har’a naannawaa sa’aatii…
Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 550 ol Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuufi jedhame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)–Bara Baajataa 2017’f Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 550 ol Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuuf ta’uu Ministeerri Maallaqaa beeksise.…
Galmoonni qabaman milkaa’aa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Galmoonni wabii nyaata mirkaneessuu, sharafa alaa argamsiisuu, oomisha alaa galu bakka buusuu fi carraa hojii uumuurratti qabame milkaa'aa jiraachuu…
Riil Isteetiin Afrikaa lammii Godina Goofaatti sigiga lafaan miidhamniif deeggarsaa Birri Miiliyoona…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2016 (FBC)- Riil Isteetiin Afrikaa lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan mudateen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasiseera.
Balaa mudate…