Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Warshaaleen guyyaatti daabboo miiliyoona 1 tolchan boruu eebbifamu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Warshaaleen guyyaatti daabboo miiliyoona 1 oomishuu danda’anii sadii fi giddugaloonni nyaataa lama guyyaa boruu Finfinneetti ni eebbifamu.
Warshaaleen…
Naannoon Amaaraa baajata 2016’f Birrii Biiliyoona 137.4 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Naannoon Amaaraa baajata bara 2016’f Birrii biiliyoona 137 fi miiliyoona 408 fi kuma 472 fi 187 raggaasiseera.
Manni maree naannichaa yaa’ii idilee…
MM Dooktar Abiy Ahimad Miseensaa Koree Giddugaleessaa Paartii Komunistii Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Miseensa Koree Giddugaleessaa Paartii Komunistii Chaayinaa Waangi Yii waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy,…
Daayreektarri Biiroo Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yii Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Daayreektarri Biiroo Dhimma Alaa Chaayinaa Waangi Yii daawwannaa hojiif har’a ganama Finfinnee galaniiru.
Daayrektarichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Waldaan Ogeeyyii diinagdee yaa’ii idil addunyaa 20ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Waldaan Ogeeyyii diinagdee Ityoophiyaa yaa’ii idil addunyaa 20ffaa gaggeessuu eegale.
Sirna baniinsa yaa’ichaarratti Bulchaan Baankii Biyyaalessaa…
Amb. Dhaabaa Dabaleen Jaappaanitti Ambaasaaddara Ruwaanda waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Jaappaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dhaabaa Dabaleen Jaappaanitti Ambaasaaddara Ruwaanda Ernaasti Ruwamusiiyu waliin mari’ataniiru.…
Qullubbii Gabreeliin nagaan akka kabajamuuf qophii barbaachisaan xumuramuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Ayyaanni Waggaa Qullubbii Gabreelii Nagaan kabajamee akka xumuramuuf qophiin barbaachisaan tasifamuu Humni Waloo Nageenyaa Bahaa Itoophiyaa Beeksisee.…
Doolaara miiliyoona 730’n fooyyessi sarara Finfinnee-Jibuutii taasifamuufi
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Sarara Finfinnee-Jibuutii irratti fooyya'iinsi olaanaan Doolaara miiliyoona 730’ taasifamuufi jedhame.
Kunis walitti hidhamiinsaa Gaanfaa Afrikaa fi…
Boorana Bahaatti oomishni Qonna Arfaasaa walitti qabamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 14, 2015 (FBC)- Godina Boorana Bahaatti Qonna Arfaasaatiin misoomee walitti qabamaa jiraachuun eerame.
Godinichaatti Qonna Arfaasaa baranaan lafti heektaarri kuma 111…
MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 13, 2015 (FBC)- Muummeen ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Yuukireen Voloodmiir Zalaniskii waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa…