Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni waggaa Maariyaamii Tsiyoon kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Ayyaanni waggaa Maariyaamii Aksum Tsiyoon Naannoo Tigraay Magaalaa Aksumitti haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira.
Waggaa waggaan Sadaasa 21 kan kabajamu…
Daandiin Qilleensichaa gara Monirooviyaatti irra deebiin balalii eegale
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balalii gara Laayibeeriyaa Magaalaa Monirooviyaatti taasisu irra deebiin har’a eegaleera.
Sagantaa eegalchiisa…
Buufanni Konkolaataa Magaalaa Jimmaa % 98 qaqqabuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Jimmaa % 98 qaqqabuu Biiroon Daandiiwwanii fi Loojistiksii Oromiyaa beeksise.
Buufatichi baasii Birrii…
Dooktar Abrahaam Balaay Hidha Magac Daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC)-Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay sochii hojii Hidha Magac daawwataniiru.
Daawwannicharratti Dooktar…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Invastimantii Bu’uuraalee Misoomaa Eeshiyaa Jiin Liikuun Waliin Mari’ataniiru.
Marii…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Alaa Faransaayii fi Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Faransaayii fi Awurooppaa Jiyaan Noo'eel Baaroot waliin…
Paartichi waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jira-Obbo Kaffaaloo Tafarraa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Paartiiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf galee gama hundaan mirkaneessuuf hojjachaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…
Mariin tumsa Gamtaa Afrikaa fi Faransaay cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC) – Komishiniin Diinagdee Gamtaa Afrikaa fi Faransaay marii tarsiimawaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira.
Dura Taa’aan Komishinii Diinagdee Gamtaa…
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa ogeeyyii leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa ogeeyyii ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera.
Waggaa 89ffaan hundeeffama Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Taarifa kaffaltii Geejjibaa Baaburaa Finfinneerratti fooyyessiin taasifamuufi
Finfinnee, Sadaasa 20, 2017 (FBC)- Taarifa kaffaltii Geejjibaa Baaburaa Magaalaa Finfinneerratti fooyyessiin gatii taasifamuuf ta’uu Biiroon Geejjibaa Magaalattii beeksise.
Taarifa…