Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa gabaasa raawwii hojii…
Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa'ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa gabaasa raawwii hojii mana marii…
Aadde Adaanach piroojektii bishaan dhugaatii hawaasa miiliyoona walakkaa ol fayyadamoo taasiisu…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen piroojektii bishaan dhugaatii qulqulluu hawaasa miiliyoona walakkaa ol fayyadamoo taasiisu…
Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 6.3 dhaabbate
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 6.3 dhaabbachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Biqiltuuwwan hanga…
Miidiyaaleen hawaasaa olola facaasaa jiran akka dhaaban mootummaan hubachiise
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Raayyaan Ittisa Uummata Amaaraa diina taasisee socho'aa akka jiru fakkeessuun Miidiyaaleen hawaasaa olola sobaa facaasaa jiran gochicharraa akka of…
Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ajeey Baangaan Giddu gala to’annoo humna Elektirika…
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Baankii Addunyaa Ajeey Baangaan Giddu gala to'annoo humna Elektirika Ityoophiyaa daawwataniiru.
Ministir Deetaan Ministira Bishaanii…
Onneen Ityoophiyaa Raayyaa Ittisaati- Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Raayyaan Ittisaa Gaachanaa fi wabii Ityoophiyaa ta'uu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii mootummaa Dooktar LaggasaamTulouun ibsan.
Kabajni,…
Naannoo Amaaraatti mootummaan Federaalaa olaantummaa seeraa akka kabachiisu gaafatame
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaraatti rakkoo nageenyaa mudate hojmaata seera kabachiisuu idileen to'achuun rakkisaa ta'uu isaan mootummaan Federaalaa tarkaanfii olaantummaa…
Godina Jimmaatti qonna gannaan qamadiin lafa hektaara kuma 69 olirratti misoomaa jira jedhame
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti qonna gannaan qamadiin lafa hektaara kuma 69 olirratti misoomaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiise.
Godinicha Aanaa…
Dooktar Girmaa Amanteen Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Evigeenii Taareekihiin waliin mari’ataniiru.
Marii…