Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Doolaarri Ameerikaa kumni 100 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) - Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Niifaas Siilkii Laaftootti Doolaarri Ameerikaa kumni 100 seeraan ala daddabarfamaa ture sakkatta’iinsa Poolisiin tasa…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaaa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC)–Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Adoolessaa 19, 2015 eegalee laatamaa ture xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Qormaanni Biyyaalessaa kutaa…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Afrikaa Bahaatti Ergamtuu Addaa Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Afrikaa Bahaatti Ergamtuu Addaa Gamtaa Awurooppaa, Dooktar Aaneet Weebar…
Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 4.51 dhaabate
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaan hanga ammaatti biqiltuuwwan biiliyoonni 4.51 ol dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Meeshaleen galii sadarkaa gadi ta’an biyya keessa akka hingalfamne dhorkamaniiru-Ministeericha
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC)-Bara baajatichaatti, meeshaalee galii sadarkaa gadi ta’anii argaman meetirik toonii kuma 1 fi 932 ol biyya keessaa akka hingalle dhorkamuu Ministeerri…
Kalaqniifi Ariitiin eenyummaa hoggansa jijjiiramaa ta’uu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Kalaqniifi Ariitiin eenyummaa hoggansa jijjiiramaa ta'uu qaba jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Hoggansi…
Bara 2016 diinagdeen Naannoo Oromiyaa % 8’n akka guddatu ni eegama – BKO
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa karoora naannichaa bara 2016 ilaalchisuun miidiyaaleef ibsa kenneera.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa guddina…
Manni Maree Ministirootaa naannoo Amaaraatti labsiin yeroo ariifachiisaa akka labsamu murteesse
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Ministiroota walga’ii idiilee 23ffaa har’a gaggasseen dhimmoota adda addaarratti mar’achuun murtoo garaagaraa dabarseera.
Haaluma kanaa…
Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Ummattoota Kibbaa Yaa’ii Idilee 4ffaa waggaa 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Manni marichaa gabaasa raawwii hojii…
Manni Maree Naannoo Hararii Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 28, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Hararii yaa'ii idilee 4ffaa bara hojii 2ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa gabaasa raawwii hojii mana marii…