Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bara baajataa xumurame damee Qonnaan hojiileen bu’aa qabeessa ta’an raawwatamaniiru…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Ministeerri Qonnaa qooda fudhattoota hirmaachiisuun raawwii hojii misooma qonnaa bara 2015 Finfinneetti qorachaa jira.
Gamaagama kanarratti…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerri Maallaqaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaaritti…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeerri Maallaqaa fi Dhaabbileen waamamtootaa naannoo Afaar aanaa Dubtiitti biqiltuu dhaabaniiru.
Sagantaa Ashaaraa…
Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 738 ol sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2015 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 738 ol sanyiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.
Bara oomishaa kana…
Naannichatti qonnaa Gannaan lafa hektaara kuma 45 irratti ruuzii misoomsuuf karoorafmeera
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)-Naannoo Ummatoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti qonnaa Gannaan lafa hektaara kuma45’rratti ruuzii oomishuuf karoorfamuu, Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Hanga ammaatti lafa hektaara kuma 470 irratti ‘Atoo-Boonsituu’n facaafameera-Pir.…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Bara omishaa 2015/16 Inisheetiivii Misooma 'Atoo-Boonsituu' tiin hanga ammaatti lafa hektaara kuma 470 irra sanyichi facaafamuu Pireezidaantiin Naannoo…
Jilli Koomishinar Laliseen durfamu daawwannaa muuxanno waljijjiirraa Keeniyaatti taasise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Jilli Koomiishinara Koomiishinii Tuuriizimii Oromiyaa Lalisee Dhugaan durfamu Keeniyaatti daawwannaa muuxannoo waljijjiirraa gaggeesseera.
Jilichi…
FBC’n dirqama tajaajila lammuummaa bahachuuf hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Faanaa Biroodkaastingi Koorporeet sagalee riqichaa yaadaa fi odeeffannoo ta’uun hojiilee hojjetu cinaatti dirqama tajaajila lammuummaa bahachuuf…
Naannoon Hararii baajata 2016 Birrii biiliyoona 4.2 ol raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Manni Marii Naannoo Hararii baajata naannichaa bara baajataa 2016 Birrii biiliyoona 4 fi miiliyoona 258 ol raggaasise.
Manni marichaa Yaa'ii idilee…
Kilaastarri Koolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee barattoota kuma 3 ol eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Kilaastariin Koolleejjii Poolii Teeknikaa Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 33 leenjii ogummaa fi teeknikaan barsiisaa ture eebbisiiseera.…
Kilaastarri Poolii Teeknikaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa barattoota kuma 2 fi 831 eebbisiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Kilaasterri Poolii Teeknikaa Atileet Qananiisaa Baqqalaa barattoota ogummaa garaagaraatiin gulantaa 2 hanga Digirii jalaqabaatti barsisaa ture kuma 2 fi…