Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan haleellaa shororkeessummaa Paakistaanitti raawwate balaaleffatte
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC)- Paakistaan naannawaa Bulchiinsa Kaaybar Paaktuunkiwaatti Ambaasaddar Itiyoophiyaa dabalatee jila biroo kan hammate ‘Dippilomaatik Konvey’ irratti…
Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017 (FBC) – Sagantaan Cufiinsa Goobee fi Shinooyyee Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirni Goobee fi Shinooyyee bara kanaa Magaalaa Finfinnee fi…
Manni Maree Nageenya bakka bu’ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Itiyoophiyaan…
Finfinnee, Fulbaana 13, 2017(FBC)-Fooyyessi Mana Maree Nageenya Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii bakka bu'ummaa Afrikaa haala mirkaneesseen akka gaggeeffamu Ministirri Dhimma Alaa…
Sirna Damaraa Masqalaa haala miidhagaan kabajuuf qophiin xumuramuun hojiitti galamuun eerame
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Sirna Damaraa Masqalaa haala hoo’aa ta’een kabajuuf qophiin duraa barbaachisaan xumuramuun hojiitti galamuu Gamtaan Qaamolee Nageenyaa beeksise.…
Hoggantoonni Paartii Badhadhinaa Adaamaatti hojiilee misoomaa dawwatan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017 (FBC)- Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Adaamaatti hojiilee misoomaa garagaraa dawwataniiru.
Hoggantoonni kunneen daawwannicharatti akka biyyaatti…
“Yooyyoo Gifaataan kabajamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 12, 2017(FBC)-Jijjiirraan baraa Saba Walaayittaa "Yooyyoo Gifaataan" Magaalaa Walaayittaa Sooddootti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira.
“Yooyyoo Gifaataan” Saba…
Qonna ceesisuuf hojiin qonnaa beekumsarratti hundaa’uu qaba – Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) - Qonna ceesisuuf hojiin misooma Qonnaa beekumsarratti hundaa'uu akka qabu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen ibsan.
Sadarkaa…
Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2017 (FBC) – Kolleejjiin BLTO Kilaastera magaalaa Shaashamanneefi Godina Arsii Lixaa barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa tura kuma 2 fi 697 eebbisiiseera.…
Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan ijaaraman fayyadamtotaaf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaatti manneen jireenyaa kenna tajaajila lammummaan Birrii miiliyoona 541 oliin ijaaraman fayyadamtotaaf dabarfamaniiru.…
Oromiyaatti horsiisee bultoonni kuma 50 fi 700 ol miseensa Inshuraansii beelladaa ta’uuf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2017 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti horsiisee bultoonni kuma 50 fi 715 ta'an miseensa inshuraansii beelladaa ta'uuf galmaa'uu Biiroon Misooma…