Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Qonnaa naannoo kibba lixa Ityoophiyaatti biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi hojjettoonni Ministeera Qonnaa naannoo Ummataa Kibba Lixa Ityoophiyaatti biqiltuu dhaabaniiru.
Itti aanaan Pireezidantii fi hogganaan…
Ityoophiyaan hariiroo biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa waliin qabdu cimsuuf tattaaffii eegalte…
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo biyyootaa fi dhaabbilee idil addunyaa waliin qabdu cimsuuf tattaaffii eegalte cimsitee kan itti fuftu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa…
Dhimmoota nageenyaa sirna barnootaa keessa galchuuf hojjetamaa- Ministeera Nageenyaa
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)-Ijaarsi duudhaa nageenyaa fi dhimmoota nageenyaa sirna barnootaa keessatti haammatamuun akka galu Ministeera Barnootaa waliin hojjechaa akka jiru Ministeerri…
Ambaasaaddar El-Amiin Sowuuf naga kabachiistotaa Ityoophiyaa Somaaliyaa jiran galateeffatan
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Somaaliyaatti Bakka Bu’aan Addaa Gamtaa Afrikaa Ambaasaaddar Mohaammad El-Amiin Sowuuf, loltoonni nagaa kabachiistota Ityoophiyaa, Somaaliyaa tasgabbeessuuf…
Oromiyaatti Suphaan Daandii Kiiloo Meetira Kuma 8 olii raawwatame
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti bara Baajataa xumurame Suphaan Daandii Kiiloo Meetira Kuma 8 olii raawwachuu Biiroon Daandiiwwanii naannichaa beeksise.
Bara 2015…
Koreen gorsaa mana marichaa ajandaa labsii yeroo ariifachiisaa dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Labsii Yeroo Ariifachiisaa Mana Maree Bakka bu'oota Uummataaf dhiyaate Koreen gorsaa mana marichaa ajandaa labsichaa sagalee guutuun raggaasiseera
Manni…
Dhaabbanni CCECC jedhamu Paarkii Indaastirii Jimmaatti hojii Invastimantirratti bobba’uuf…
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Buna Qindeessurratti hojjetu CCECC jedhamu Paarkii Indaastirii Jimmaatti hojii Invastimantirratti bobba'uuf har'a waliigaltee mallatteesseera.…
Ajajaa fi dhorkaa Qajeelcha Ajaja Waliigalaa labsii yeroo ariifachiisarraa laatame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Buu’uura Labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa nageenyaa fi Tasgabbii labse lakkoofsa 6/2015 Qajeelcha Qajeelchi Ajajq Waliigalaa labsichaa…
Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa waame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummaataa labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa naannoo Amaarratti labse qoratee murtoo dabarsuuf walga’ii…
Godina Gujii lixaatti gaagurri ammayyaa kumni 25 Qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) - Godina Gujii lixaatti Gaagurri ammayyaa oomishaa fi oomishtummaa dammaa dachaan guddisuu danda’u kumni 25 fayyadamtootaaf raabsaamuu waajjirri qonnaa…