Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojileen qorannoon saayinsaawaan deeggaramuu dhabuun qabeenya itti fayyadamuurratti hanqina uumeera-…
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Waggoottan darban qabeenya bishaanii akka itti hinfayyadamne hojiileen dhiibaa uumaa turaan qorannoo saayinsaawaan akka deeggaramu taasisuu dhabuurraan kan…
Finfinneetti kookeeniin Birrii miiliyoona 247’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti baalli sammuu namaa hadoochuu kookeenii jedhamu Birrii miiliyoona 247'tti tilmaamamu to’atamuu Koomishiniin…
Warshaa Huccuwwaanii ‘Ayika Addis’ duraanii hojiitti galchuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)-Kanaan duraa Ayikaa Addis jedhamuun kan waamamuu fi bifa haaraan “Warshaa Huccuwwanii Bulukkoo Integireetid” jedhamuun kan gurmaa’ee gara hojiitti galchuuf…
Biyyoonni naannwichaa Shororkeesummaa fi yakkootaa daangaa ce’oorratti walta’iinsaan hojjechuu qabu…
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Gaanfa afrikaatti yaaddoowwan shororkeessummaa fi yaakkootaa dangaa ce’oo ittisuu fi to’achuuf biyyoonni naanwichaa walta’iinsaan hojjechuu akka qaban…
Gabaasaaleen miidiyaalee faayidaa biyyaalessaa kan dursu fi tokkummaa kan cimsu ta’uu qaba-Dooktar…
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Gabaasaaleen miidiyaalee faayidaa biyyaalessaa Ityoophiyaa kan dursuu fi tokkummaa ummata kan cimsu ta’uu qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Mootummaan Chaayinaa lammileen biyyattii Ityoophiyaa akka daawwatan yaada dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Mootummaan Chaayinaa lammileen biyyattii iddoolee hawwata turizimii biyyootaa adda addaa akka daawwatan yaada dhiyeesseera.
Biyyoota Afrikaa yaada kana…
Oppireetara Teelekoom 3ffaaf kurmaana jalqabaa 2016’tti eeyyama kennuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Oppireetara Teelekoom 3ffaa kurmaana jalqabaa 2016’tti eeyyama kennuuf karoorfamuu Abbaan Taayitaa Kominikeeshinii Ityoophiyaa ibse.
Ityoophiyaatti…
Fedhii biyya keenyaa guunnee gabaa alaatiif yeroon itti erguu jalqabnus fagoo miti-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC)- Akkuma qamadii, Ruuzii alaa galchuu hambisuun fedhii biyya keessaa guutuun gabaa alaatiif yeroon erguun jalqabamu fagoo miti jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Oromiyaatti Looziiin lafa hektaara kuma 225 olirratti misoome – BQO
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara kana Inisheetiiviiwwan garaagaraa hojiirra oolaa jiruun Looziiin lafa hektaara kuma 225 olirratti misoomuu Biiroon Qonnaa…
Waldaan Qorannoo Oromoo seenessa olaantummaa Sobaa Seenaa Oromoo ganu sirreessuu irratti akka…
Finfinnee, Hagayya 4, 2015 (FBC) – Waldaan Qorannoo Oromoo (ORA) seenessa olaantummaa Sobaa Seenaa Oromoo ganu sirreessuu irratti akka hojjetu beeksiseera.
Waldaan Qorannoo Oromoo yaa’ii…