Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyaan Dargaggoota Addunyaa magaalaa Hawaasaa fi Jigjigaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Guyyaan Dargaggoota Addunyaa mata duree ‘hirmaannaa fi fayyadamummaa dargaggootaa nageenya waaraaf’ jedhuun magaalaa Hawaasaa fi Jigjigaatti kabajamaa…
Nageenya dhaabbilee bu’uuraalee misoomaa mirkaneessuuf xiyyeeffannaan hojjetamuu akka qabus akeekame
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Nageenya dhaabbilee bu’uuraalee misoomaa ijoo mirkaneessuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu xiyyeeffannaan hojjechuu akka qaban Tajaajilli Odeeffannoo fi…
Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee Hagayya 5 ,2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonniin Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa Viinsit Biruutaa waliin mari’ataniiru.…
Magaalonni Naannoo Amaaraa rakkoo nageenyaan sochii dhaabanii turan gara sochii idileetti deebi’aa…
Finifinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Magaalonni Naannoo Amaaraa ijoon rakkoo nageenyaan sochii dhaabanii turan gara sochii idileetti deebi’aa jiraachuu Tajaajilli Kominikeshinii Mootummaa…
Galmi fiinxaaleyyii Ityoophiyaa sabdaneettii gara duriitti deebisuu yookaan akka diigamtu…
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)-Galmi fiinxaaleyyii Ityoophiyaa sabdaneettii gara duriitti deebisuu yookaan milkaa'uu baate immoo akka diigamtu gochuudha jedhan Hogganaan Biiroo…
Weerara Awwaannisaa Naannoo Tigraayitti mudate ittisuuf deeggarsi cimsee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Mootummaan weerara Awwaannisaa Naannoo Tigraayitti mudate ittisuuf deeggarsi taasisu cimee akka itti fufu Biiroon Qonnaa fi Qabeenyaa Umaama Bulchiinsa…
MM Dooktar Abiy Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 5 ,2015 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Ruwaandaa Viinsit Biruutaa waliin mari’taniiru.
Hariiroon dippiloomaasii biyyoota…
Yaa’iin hariiroo dargaggootaa Naannoo Oromiyaa fi Beeniishaanguul Gumuz gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Yaa'iin hariiroo dargaggootaa obbolummaa Naannolee Oromiyaa fi Beenishaangul Gumuz cimsuuf qophaa'e Magaalaa Asoosaatti gaggeeffamaa jira.
Ittigaafatamaa…
Bu’aa qabeessummaa sagantaa haaromsa biyyaalessaaf dameen dhuunfaa dammaqinaan akka hirmaatu…
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Bu’aa qabeessummaa sagantaa haaromsa biyyaalessaaf dameen dhunfaa dammaqinaan akka hirmaatu Koomiishiniin Haroomsa Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse.…
Hojileen qorannoon saayinsaawaan deeggaramuu dhabuun qabeenya itti fayyadamuurratti hanqina uumeera-…
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Waggoottan darban qabeenya bishaanii akka itti hinfayyadamne hojiileen dhiibaa uumaa turaan qorannoo saayinsaawaan akka deeggaramu taasisuu dhabuurraan kan…