Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Poolisii Federalaa leenjii xumuran eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Kolleejjiin leenjii Poolisii Naannoo Somaalee Miseensota Poolisii Federalaa leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebbaa kanarratti Pireezidaantii…
Ministirri Fayyaa duraanii Dooktar Kabbadaa Taaddasaan boqotan
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa duraanii Dooktar Kabbadaa Taaddasaan guyyaa har'aa addunyaa kanarraa du'aan boqotaniiru.
Dooktar Kabbadaan bara 1993 hanga…
Kaabineen magaalaa Finfinnee raawwii baajata bara 2015 gamaaggame
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Kaabineen magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 2ffaa waggaa 3ffaa gaggeesseen raawwii baajataa bara 2015 gamaaggameera.
Kaabineen magaalichaa…
Obbo Awwaluun sagantaan Yayyaba gurmaa’insa bulchiinsa magaalaa Bulee Horaa jalqabsiisan
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin sagantaan Yayyaba gurmaa'insa bulchiinsa magaalaa Bulee Horaa jalqabsiisaniiru.…
Naannoo Tigraay naannawaa weerarri Awwaannisaa mul’ateetti biifaan keemikaalaa xiyyaaraan…
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay naannawaa weerarri Awwaannisaa mul'ateetti biifaan keemikaalaa xiyyaaraan eegalamuuf ta'uu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Biifaan…
Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Har’a sirna eebba humna guddaarratti argamuu kootti kabajatu natti dhaga’ama jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Humna kun kaayyoo lama…
Piriimaayer Liigii Ingilaand torbee 1ffaan har’a taphoonni 5 taphatamu
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Piriimaayer Liigii Ingilaand bara 2023/24 torbee 1ffaan har’a taphoonni 5 ni taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Arsenaal…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu naannawaa Hara Wanciitti Biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu naannawaa Hara Wanciitti Biqiltuu dhaabeera.
Naannawaa hawwata turizimii haroowwan…
Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaattee Komaandoowwan…
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Leenjii Komaaandoo fi Humna Qilleensaa Bilaatteetti Komaandoowwan leenjii cimaa fi haala rakkisaa…
Obbo Qajeelaa Mardaasaan magaalaa Harariitti hojii tola ooltummaa eegalchiisan
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Spoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan magaalaa Harariitti hojii tola ooltummaa waqtii gannaa eegalchiisaniiru.
Manneen harka…