Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuuniseef duula talaallii naannoo Tigraayitti gaggeeffamuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 45 taasiise
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti duulli Talaallii Boruu eegalee guyyoota walitti aanaan 10’f kan gaggeeffamu ta’uu Biiroon Fayyaa Bulchiinsa Yeroo naannichaa beeksiise.…
Korporeeshinichi hidhannoo waraanaa ga’aa ta’e oomishuuf hojjechuu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisaa Hidhannoo ga’aa hidhachuun biyya akka eeguuf Korporeeshiniin Indaastirii Injinariingii Raayyaa Ittisaa oomisha ga’aa oomishuuf hojjechaa…
Biyyoonni eegumsa qabeenya bishaaniif Sagantaan Ashaaraa Magariisaa hojiirraa oolchuu qabu jedhame
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)-Sagantaa Ashaaraa Magariisaa Ityoophiyaatti hojiirra oolaa jiru faayidaan inni gama eegumsa qabeenyaa bishaaniif qabuun biyyoonni hojiirra oolchuu akka qaban…
Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeesse
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeesse.
Manni marichaa labsii yeroo ariifachiisaa Manni Maree Ministirootaa walga’ii…
Amb. Dammaqaan Gargaartuu Barreessaa Bulchiinsa Walta’iinsa Misoomaa Ministeera Dhimma Alaa Hindi…
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammaqaa Axinaafuun Gargaartuu Barreessituu Bulchiinsa Walta’iinsa Misoomaa Ministeera Dhimma Alaa biyyattii Abiilaashaa…
Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin Aanaa Loomeetti tajaajila tola…
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin ta’uun Godina Shawaa Bahaa Aanaa Loomeetti tajaajila tola ooltummaa jalqabsiiseera.…
Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannawaa Afrikaa 19ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin Ministiroota Eegumsa Naannawaa Afrikaa 19ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’iichi mata duree “Rakkoowwan naannawaa Afrikaa furuuf…
Pirojektii Riizoortii Asallaa Birri Biiliyoona 1.2’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)- Itti Aanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin pirojektii Riizoortii Asallaa Birrii Biiliyoona 1.2’n ijaaramuuf dhagaa bu'uuraa…
Balaa tiraafikaan miseensota maatii tokko 3 dabalatee lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Hagayya 7, 2015 (FBC)-Magaalaa Miilleetti balaa tiraafikaa mudateen miseensota maatii tokko 3 dabalatee lubbuun namoota ja’a darbuu Naannoo Afaaritti Qajeelchi Poolisii Godina…
Kitaabni “Hambaa Abbaa” eebbifame
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Kitaabni Aarsaa Shinniggaa fi Seenaa gootota 11 qabate Ambotti eebbifameera.
Kitaabichi mata duree "Hambaa Abbaa" jedhuun boqonnaa 4`tti qoodamee kan…