Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf dhaabbilee barnootaa dhuunfaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Shaggar qulqullina barnootaa mirkaneessuuf dhaabbilee barnootaa dhuunfaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu beeksiiseera.
Akka…
Mariin haala yeroo fi dhimma nageenya biyyaa irratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee Hagayya 9, 2015 (FBC) - Mariin haala yeroo fi dhimma nageenya biyyaa irratti xiyyeeffate Waajjira Pireezidaantii Mootumma Naannoo Oromiyatti gaggeeffameera.
Marichi bakka Itti…
Pireezidaanti Saahilawarqi Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Idil Addunyaa Mahammad Biin…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawdeen Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Idil Addunyaa Mahammad Biin Abdulkariim Al Isaa waliin mari’ataniiru.…
Naannichatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatameen iddooleen hedduun gara sochii…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuuf fudhatameen iddooleen hedduun gara sochii Idileetti deebi’uu Qajeelchi ajaja waliigalaa…
Naannoo Afaaritti bara barnootaa itti aanuuf galteewwan barnootaa guutuuf hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Naannoo Afaaritti bara barnootaa 2016’f galteewwan fi bu’uuraalee misooma barnootaa guutuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Barnootaa naannichaa beeksiise.…
Yuunivarsiitiwwan naannoo Tigraay sababa waraanaan adeemsa baruu fi barsiisuu dhaabanii turan gara…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiwwan naannoo Tigraay sababa waraanaan adeemsa baruu fi barsiisuu dhaabanii turan gara hojii idileetti deebi’uu ibsameera.
Yuunivarsiitiin…
Obbo Dammaqaan Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimaa Idil Addunyaa waliin mari’ataniiru
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin Barreessaa Olaanaa Liigii Musliimoota Idil Addunyaa Mahammad Bin Abdal…
Lagni Awaash guutuun Abbootii Warraa 657 irraan miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti Lagni Awaash dambali'ee Abbootii Warraa 657 qe'ee irraa buqqisuu Waajjirri Buusaa Gonofaa Godina Shawaa Lixaa beeksise.…
MMBBU muudama Miseensota Boordii Qorannoo Labsii Yeroo Ariifachiisaa raggaasise
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Manni Mare abakka bu’oota ummataa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 2ffaa har’a gaggeesseen muudama Miseensotaa Boordii Qorannoo Labsii Yeroo…
Manni Marichaa Labsii Yeroo Ariifachiisaa raggaasise
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Yeroo Ariifachiisaa sagalee caalmaan raggaasiseera.
Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 2ffaa…