Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 99’tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Hagayya 10, 2015 (FBC)- Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 99’tti tilmaamaman to’anno jala oolfamuu Koomiishiniin Gumurukaa beeksise.
Meeshaaleen to’atamaniis,…
Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa misoomsuuf waliigalteen taasifame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa Dhaabbata Mootummaa Chaayinaa 'CCECC' jedhamu waliin Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa misoomsuuf waliigaltee…
Ijaarsa Gamoo deeggarsa Awuliyaa fi Misoomaaf dhagaan bu’uraa kaa’ame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ijaarsa Gamoo deeggarsa Awuliyaa fi Misoomaaf dhagaan bu'uraa abbaan darbii 19 kaa'ameera.
Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee fi…
Obbo Dammaqaan Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif haala Waaqtaawaarratti ibsa…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makoonniin Dippiloomaatoota teessoo isaanii Finfinnee taasiisaniif dhimmoota haala…
Ambaasaaddar Misgaanuun Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummpoota Gamtoomanii Raamiiz Alkabaaroovi…
Sochii Turizimii naannoo Tigraay dadammaksuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Sochii Turizimii naannoo Tigraay dadammaksuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Turizimii Bulchiinsa Yeroo naannichaa beeksiseera.
Sababa walitti…
Ijaarsi Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Kiiloo Meetiraa duudhaa isaa eegee xumuramaa jira – Aadde…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ijaarsi Gola Hambaa Adwaa Zeeroo Kiiloo Meetiraa duudhaa isaa eegee xumuramaa jiraachuu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ibsan.…
Namni dhuunfaan qabeenya Birrii miiliyoona 11 olitti tilmamamu fudhatee miliqe to’atame
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Namni dhuunfaan qabeenya Birrii miiliyoona 11olitti tilmamamu fudhatee miliqe to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.
Namni dhuunfaan qabeenya…
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf dhaabbilee barnootaa dhuunfaa waliin qindoominaan hojjetamaa jira…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Shaggar qulqullina barnootaa mirkaneessuuf dhaabbilee barnootaa dhuunfaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu beeksiiseera.
Akka…
Mariin haala yeroo fi dhimma nageenya biyyaa irratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee Hagayya 9, 2015 (FBC) - Mariin haala yeroo fi dhimma nageenya biyyaa irratti xiyyeeffate Waajjira Pireezidaantii Mootumma Naannoo Oromiyatti gaggeeffameera.
Marichi bakka Itti…