Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiin misooma biqiltuuwwan muduraa jijiiramaa fi bu’aa olaanaa galmeessaa jira-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Sosochii misooma Ashaaraa Magariisaan, hojiileen misooma biqiltuuwwan muduraa jijjiiramaa fi bu’aa olaanaa galmeessaa jiraachuu Ministirri Muummee FDRI…
Hojiileen dhiibbaa jijjiirama qilleensaa dandamachuuf eegalaman cimanii akka itti fufan akeekame
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC)-Hojiileen dhiibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf tattaaffiin sadarkaa Idil Addunyaatti eegalaman bu’aa qabeessaa akka ta’aniif Itiyoophiyaan…
Addunyaa har’aa saffisaan deemaa jiru kana keessatti, barumsa fi guddina ogummaarratti bobba’uun…
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC) – Addunyaa har’aa saffisaan deemaa jiru kana keessatti, barumsaa fi guddina ogummaarratti bobba’uun yeroo kamiyyuu caalaa barbaachisaa ta’uu Ministirri…
Ka’umsii fi Ga’umsi Waliigaltee Piriitooriyaa heeraa fi dhaabbilee heera mootummaa…
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC)- Ka'umsii fi ga'umsi waliigaltee Piriitooriyaa heeraa fi dhaabbilee heera mootummaa kabajuudha jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Dirree Dhawaatti hojiin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu eegalame
Finfinnee, Hagayya 6, 2016 (FBC)- Bulchiinsa Dirree Dhawaatti hojiin ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu boqonnaan jalqabaa eegalamuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise.…
Bara baajataa 2016 bu’aa gaariin galmaa’eera – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) - Gamaaggamni Raawwii Hojii bara 2016 bulchiinsa magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa ture xumurameera.
Bara hojichaa bu'aa gaariin galmaa'uu Kaantibaan…
Naannichatti balaa lolaa mudateen jiraattoonni kumni 16 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa…
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) - Naannoo Gaambeellaa aanaalee 4 keessatti balaa lolaa mudateen jiraattoonni kumni 16 ol qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'uu Hoggansi Sodaa Balaa…
Dooktar Abiy, Pireezidaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 5, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin bilbilaan mari'ataniiru.
Hoggantoonni lameen dhimmoota…
Atileet Taammiraat Tolaan Uummata Warqee bare dheebuu baase-Aade Adaanech Abeebe
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Atileet Taammiraat Tolaan Maaraatoonii Olompikii Paariis injifachuun ilaalchisee ergaa…
Biyyaaf namni gatii kaffale kamuu kabajamaadha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Hagayya 4, 2016 (FBC)- Biyyaaf namni gatii kaffale kamuu kabajamaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa…