Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kontiroobaandii ittisuuf hojmaata qindaa’aa hojiirra ooleen bu’aa gaariin…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Kontiroobaandii fi daldala seeraan alaa ittisuuf hojmaata dhaabbileen 5 qindoominaan hojiirra oolchuu eegalaniin bu'aa gaariin galmaa'uu ibsameera.…
Daandiin Qilleensichaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Giddugala Konveenshinii Igzibiishnii Idil Addunyaa Haaraa Afrikaa waliin hojjechuuf waliigaleera.
Turizimii fi daldala…
Horsiisee bultoonni Booranaa inshuraansii Birrii miiliyoona 114 ol argatan
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)- Godina Booranaatti balaa hongee mudatee tureen fayyadamtoota inshuraasi fayyaa beeylaada abbootii warraa kuma 21olii Inshuraansiin Birrii miliyoona 114 fi…
Oomishtoonni paarkiiwwan indaastiriitti keessaa gabaa Biraaziil akka argatan waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)- Dhaabbilee oomishtootaa Biraazil damee maanufaakchariingii Agiroo piroosesiingiirratti akka bobba’anii fi oomishtoonni paarkii indaastirrii Ityoophiyaa…
Qonnaan bultoonni Bishaan Awwaash guutee lafarra ciisu gara carraatti jijjiiruu qabu – Obbo…
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Qonnaan bultoonni Bishaan Awwaash guutee lafarra ciisuu gara carraatti jijjiiruun fayyadamoo ta'uuf ofqopheessuu akka qaban Hogganaan Biiro Qonnaa…
Jilli Obbo Ashaadilii Hasaniin durfamu hojiilee misoomma maaddii guutuu daawwate
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) –Jilli Pireezidaantii naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasaniin durfamu hojiilee misoomma maaddii guutuu naannichatti hojjetamaa jiran…
UAE’n hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf kutannoo qabaachu mirkaneessite
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Emereetotaa Araba Gamtoomanii Sheek Mahaammad Biin Zayid Al Nahiyaan biyyi isaanii hariiroo gamlamee Ityoophiyaa waliin qabdu guddisuuf…
Godina Boorana Bahaatti Manneen Barnoota Idilee Duraa 34 ijaaramaa jiru
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) - Godina Boorana Bahaatti Manneen Barnootaa Bu’uuraa Boruu 34 baasii Birrii miiliyoonaa 464’n ijaaramaa jiraachuu Waajjirri Barnoota godinichaa ibse.…
Oromiyaatti qorannoo fi dizaayiniin pirojektoota jallisii fi hidhaa raawwatameera-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Qorannoo fi dizaayiniin pirojektoota misooma hidhaa fi jallisii sadii lafa hektaara kuma 44 ol uwwisanii bara 2015 hojjetamuu…
Hojiin xaa’oo bitame biyya alaarraa galchuu xumurame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)-Bara oomishaa 2015/16’f xaa’oo alarraa bitame kuntaalaa miiliyoona 13 fi kuma 975 fi 520 gara biyyaatti geejjibsiisuun xumuramuu Koorporeeshiniin hojiilee…