Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan Badhaasa nama Gaarii 11ffaan Qaammee 5, 2015 ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Sagantaan Badhaasa nama Gaarii 11ffaan Qaammee 5, 2015 kan gaggeeffamu ta’uu Dhaabbanni Badhaasaa Nama Gaarii beeksiise.
Bara kana kaadhimamtoonni 27…
Jilli Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon durfamu Magaalaa Johaannisbarg gale
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Jilli Ministirootaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon durfamu Magaalaa Johaannisbarg galeera.…
Lakkoofsi miseensota Buusaa Gonofaa miiliyoona 17 caaluu ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Lakkoofsi miseensota miiliyoona 17 caaluu fi qabeenyi Birriin biliyoonnni 1.7 ol sassaabamuu Waajjirri Buusaa Gonofaa Oromiyaa beeksiise.
Kallattii…
Hojiileen bulchiinsi magaalichaa damee barnootaan hojjete jajjabeessadha – Piroofeesar Birihaanuu…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee hojiileen damee barnootaan hojjete jajjabeessaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaan ibsan.…
Korporeeshiinin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii marii gaggeessa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Korporeeshiiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastiriitti tajaajili piroojeektii indaastirii Magaalaa Finfinneetti marii biyyaalessaa gaggeessa jiraachuun…
Mootummaan Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa namoomaa deebisanii eegaluuf…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa fi Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii, kutaalee hawaasaa rakkoo saaxilamoo ta’aniif deeggarsa namoomaa hatattamaan eegaluuf…
Ityoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii Ugaandaa waliin qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjettu ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan hariiroo Dippiloomaasii Ugaandaa waliin qabdu cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjettu ta'uu Ugaandaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Itsagannat…
Lammiilee miiliyoona 9’f carraa hojii haaraa uumuuf karoorfameera-Dooktar Fitsum Asaffaa
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Bara 2016 hanga 2018'tti kan hojiirra oolfamu karoora bara giddugaleessaan lammiilee miiliyoona 9’f carraa hojii haaraa uumuuf karoorfamuu Ministirri…
Yuunivarsiitiin Finfinnee bara 2016 eegalee barattoota digirii jalqabaa dorgommiin akka simatu ibse
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Yuunivarsiitiin Finfinnee bara barnoota 2016 eegalee barattoota digirii jalqabaa dorgomsiisuun kan simatu ta’uu beeksise.
Yuunivarsiitichi bu’uura…
Dhimmi lafa Shaggar akka feeteen akka hinqisaasamneef karaa dijitaalawaan akka hogganamu…
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Dhimmi lafa Shaggar akka feeteen akka hinqisaasamneef karaa dijitaalawaa ta'een akka hoggamu taasifamuu Kamtiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dooktar…