Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Barnootaa Finfinnee eegale
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yaa’iin Barnootaa Finfinnee, bara barnootaa 2016 mata duree “Hirmaannaa hunda galeessaa fooyya’insa sadarkaa dhaabbilee barnootaa” jedhuun gaggeeffamuu…
DhFA Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa haala deeggaruun danda’amu mari’ate
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)-Koomiishinarri Koomiishinii Haaromsa Biyyaalessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ityoophiyaatti Itti Aantuu Bakka Buutuu Dhaabbata Fayyaa Addunyaa, Dooktar…
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa laate
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee ce'umsa muudama hooggansaa fi ramaddii haaraa taasiseera.
Bara 2015 keessa gamaaggama taasiiseen ciminootaa fi…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Afrikaa Kibbaatti Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Naannoo Sidaamaatti Qaxarriin seeraan ala raawwatame 752 haqame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Aanaalee fi bulchiinsa magaalotaa naannoo Sidaamaatti Qaxarriin hojjettootaa seeraan ala raawwatame 752 haqamuu Biiroon Paabilik Sarvisii fi Qabeenya…
Naannoo Amaaraatti Qonnaan Bultoonni gara hojii qonna gannaatti deebi’aa jiru -Qajeelcha…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Naannoo Amaaratti Nagaa fi tasgabbii argame caalmaatti itichuuf oppireeshiniin eegalame cimee akka itti fufu Qajeelchi waliigalaa labsii yeroo ariifachisaa…
Boordiin Qorannoo hordoffii fi to’annoo eegale cimsee itti fufuu qaba – Aadde Loomii…
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Boordiin Qorannoo labsii yeroo ariifachiisaa hordoffii fi to'annoo eegale cimsee itti fufuu akka qabu Itti Aantuun Af Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota…
Baankiin Addunyaa deeggarsa godaantootaaf taasiisu cimsee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Baankiin Addunyaa deeggarsa hawaasa godaantootaa keessummeessuuf taasisu cimsee akka itti fufu Daayrektarri jeneraalaa Tajaajila Godaantotaa fi…
Qormaanni sagantaa fooyya’iinsa dandeettii yeroo dhiyootti ni laatama – Ministeera Barnootaa
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Qormaanni sagantaa fooyya’iinsa dandeettii yeroo dhiyootti waan laatamuuf qoramtoonni qophii akka taasisan Ministeerri Barnootaa gaafate.
Qormaanni…
Sagantaan Badhaasa nama Gaarii 11ffaan Qaammee 5, 2015 ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Sagantaan Badhaasa nama Gaarii 11ffaan Qaammee 5, 2015 kan gaggeeffamu ta’uu Dhaabbanni Badhaasaa Nama Gaarii beeksiise.
Bara kana kaadhimamtoonni 27…