Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Afrikaa Kibbaatti Mooraa Embaasii Itiyoophiyaa keessa biqiltuu Ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu Afrikaa Kibbaatti Mooraa Embaasii Itiyoophiyaa keessa biqiltuu Ashaaraa…
Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaaritti Yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa, waggaa 2ffaa marsaa…
Naannoo Oromiyaatti kunuunsa midhaniif keemikaalonni farra aramaa fi ilbiisotaa raabsama jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Gannaan walqabatee kunuunsa taasisfamuuf keemikaalonni farra aramaa fi ilbiisotaa raabsamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Hidhaaleen madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa kuufataniiru –Humna Elektirikaa Ititoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Hidhaaleen madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa kuufachuu Humni Elektirikaa Ititoophiyaa beeksiise.
Buufataaleen Gibee 3, Gannaalee Daawaa fi Gibeen…
Chaayinaa waliin dameewwan hedduun waliigalteerraa ga’uun milkaa’ina olaanaadha-Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Yeroo hafuuraa fudhannaa idaa argachuu dabalatee dameewwan hedduudhaan Chaayinaa walii waliigalteerra ga’uun milkaa’ina olaanaa ta’uu Muummeen Ministiraa…
Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministiraa Hindi waliin mari’ataan
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Muummeen Ministiraa Hindi Naraandiraa Moodii waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Yaa’ii BRICS Afrikaa…
Dooktar Girmaan Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiiftuu Embaasii Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan waliin…
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiiftuu Embaasii Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan waliin mari’ataniiru.…
Pireezidaanti Shimallis Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uu isheetti gammaduu ibsan
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Itiyoophiyaan miseensa 'BRICS' ta’uu isheetti gammaduu ibsaniiru.
Guyyaa har'aa…
Konkolaattonni balfa dhangala’aa Birrii miiliyoona 264’n bitaman magaalota 8’f qoodaman
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Magaalota Shaashamannee, Dirree Dhawaa, Adaamaa, Hawaasaa, Arbaaminci, Maqalee, Goondarii fi Dasseef konkolaattotaa balfa…
Daawwannaan Pireezidaanti Biin Zaayid Ityoophiyaatti taasiisan hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti…
Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Daawwannaan Pireezidaantiin Emireetoota Araba Gamtoomanii Mahaammad Biin Zaayid Al Naahiyaan Ityoophiyaatti taasiisan hariiroo dippiloomaasii biyyoota…