Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis Inisheetivii misooma Paarkiiwwan Biyyaalessaa fi Ikoo Tuuriizimii ifoomsan
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Inisheetiviin misooma Paarkiiwwan Biyyaalessaa fi Ikoo Turizimii ifoomsaniiru.…
Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee hanga ammaatti hojjete ifoomse
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Boordiin qorannoo raawwii labsii yeroo ariifachiisaa hojiilee hanga ammaatti hojjetee fi yeroo itti aanu raawwataman ifoomseera.
Itti Aanaa Walitti…
Teeknooloojii Saayinsii Niwukilaraa kaayyoo nageenyaaf fayyadamuuf hojjetamaa jira-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Itiyoophiyan qabeenya qabdu guddina teeknooloojii waliin madaqsuun, teeknoolojii saayinsii niwukilaraa kaayyoo nageenyaaf fayyadamuuf hojjetamaa jiraachuu…
Bara baajataa xumurame keessaa lammiileen miiliyoonni 6.2 ol fayyadamoo bishaan dhugaatii qulqulluu…
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Ministeerri Bishaanii Inarjii raawwii hojii bara 2015 Golahambaa Saayinsiitti qorachaa jira.
Bara baajataa 2015’tti lammiileen miiliyoona 6.2 ol…
Sirna Federaalizimii Sabdaneessaa Cimsuun Biyya Hunda Keenyaaf Taatu Ijaarra-BKO
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Sirna Federaalizimii Sabdaneessaa Cimsuun Biyya Hunda Keenyaaf Taatu Ijaarra jedhe Biiroon Kominikeshinii Oromiyaa.
Biirichi Haala yeroo ilaalchisuun…
Chaayinaan barattoota 26’f carraa barnootaa kennite
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa barattoota 26’ carraa barnootaa kennite.
Barattoota 26’n carraan barnootaa kennameef Itiyoophiyatti Embaasii Chaayinaatti…
Dooktar Abiy Afrikaa Kibbaatti Mooraa Embaasii Itiyoophiyaa keessa biqiltuu Ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu Afrikaa Kibbaatti Mooraa Embaasii Itiyoophiyaa keessa biqiltuu Ashaaraa…
Manni Maree Naannoo Amaaraa Yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaaritti Yaa’ii ariifachiisaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa, waggaa 2ffaa marsaa…
Naannoo Oromiyaatti kunuunsa midhaniif keemikaalonni farra aramaa fi ilbiisotaa raabsama jira
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Gannaan walqabatee kunuunsa taasisfamuuf keemikaalonni farra aramaa fi ilbiisotaa raabsamaa jiraachuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Hidhaaleen madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa kuufataniiru –Humna Elektirikaa Ititoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Hidhaaleen madda Anniisaa hundi Bishaan gahaa kuufachuu Humni Elektirikaa Ititoophiyaa beeksiise.
Buufataaleen Gibee 3, Gannaalee Daawaa fi Gibeen…