Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Tamasgeen Xurunaan Ogeessa Diinagdee Olaanaa ‘FAO’ waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan Ogeessa Diinagdee Olaanaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa Dooktar Maaksiimoo Toreeroo waliin…
Dubartoonni Giddugalichatti leenji’aa turan marsaan jalqabaa eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Dubartoonni Giddugala Dagaginaa Ogummaa fi Haaromsa Dubartootaatti leenji’aa turan marsaan jalqabaa eebbifaman.
Sirna eebbichaa ilaalchisuun Kantiibaan…
Humni elektirikii naannawaalee Bahaa biyyattiitti addaan cite ture deebi’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Humni elektirikii naannawaalee Haramaayaa, Harar, Jigjigaa, Dagahaabur, Fiqnaatti addaan citee ture deebi’uu Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…
Fooramichi abbootiin qabeenyaa qonnarratti hubannoo qabaatanii akka hojjetan tumsa-Dooktar Girmaa…
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Fooramiin Invastimantii Qonnaa Biyyaalessaa abbootiin qabeenyaa qonnaarratti hubannoo qabaatanii akka hojjetan kan tumsu ta’uu Ministirri Ministeera Qonnaa…
Shakkamtoonni zayiita nyaataatti albuuda hinmalle makuun gabaaf dhiyeessan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Shakkamtoonni zayiita nyaataatti albuudaa hinmalle dabalanii fi qulqullinaa isaa hineegganne gabaaf dhiyeessan to’atamaniiru.
Magalaa Finfinnee Kutaa…
To’annoon daldala seeraan alaa qoricha farra ilbisaa fi aramaa gaggeeffamaa jira-BQO
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaaatti daldala seeraan alaa qoricha farraa ilbisaa fi aramaa irraatti to'annoon gaggeeffama jirachuu Biiroon Qonnaa oromiyaa beeksise.…
Atileet Tammiraat Tolaa fi Atileet Tigist Asaffaaf guddinni Gulantaa kenname
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Komishiniin Poolisii Oromiyaa Atileetota miseensota isaa Olompikii Paaris irratti hirmaatanii fi meedaaliyaa argamsiisaniif guddina Gulantaa kenneera.…
Ajajni Komandoo Fi Humna Qilleensaa humna addaa fi farra shororkessummaa eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Ajajni Komandoo fi Humna Qilleensaa, Humna Addaa fi Farra shororkessummaa leenjisaa ture eebbisiiseera.
Sirna ebbichaarratti Itaamaajoor Shuumii…
Oromiyaatti albuuda gabaa alaaf dhiyaaturraa galii Doolaara miiliyoona 636.5 argachuuf karoorfamuun…
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)-Oromiyaatti seeraa alummaa damee albuudaa maksuun albuuda gati jabeeyyii garaagaraa gabaa alaaf dhiyeessuun galiin Doolaara miiliyoona 636.5 argachuuf…
Godaansaa deebitoota kuma 28 oliif carraan hojii uumameera-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 7, 2016 (FBC)- Bara 2016 keessa godaansaa deebitoota kuma 28 oliif carraan hojii uumamuu Ministeerri Hojii fi Ogummaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Injiinar…