Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Girmaan naannoo Tigraayitti hojiilee misooma qonnaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen naannoo Tigraayitti hojiilee misooma qonnaa daawwataniiru.
Dooktar Girmaan Naannoo Tigraay Godina…
Furmaanni rakkoo Oromoo marii qofa ta’uu ibsame
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Waltajjiin rakkoo Oromoo mariin furuu irratti xiyyeeffate Finfinnee Hoteela Ilillitti taa’amaa jira.
Waltajjichi mata duree” Ijaarsa sirna tokkummaa…
Kolleejjiin Poolii Teeknika Bishooftuu fi Kolleejjiin BLTO Duukam leenjifamtoota ogummaa garaagaraan…
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Kolleejjiin Poolii Teeknika Bishooftuu fi Kolleejjiin BLTO Duukam leenjifamtoota ogummaa garaagaraan leenjisaa turan kuma 1 fi 794 eebbisiisaniiru.…
Dooktar Abiy injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Atileetota…
Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uun dhaga’amtummaa ishee dabaluuf gumaacha-Amb.…
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa Miseensaa biyyoota ‘BRICS’ ta’uun walta’iinsaalee diinagdee bal’isuu bira darbee waltajjiilee addunyaarratti dhaga’amtummaan ishee akka…
Qabxiin qormaata kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa bara 2015 Naannoo Oromiyaa ifoomeera.
Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti barattoonni bara 2015…
Obbo Araggaa Kabbadaa Pireezidaantii Naannoo Amaaraa ta’uun muudaman
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisa har’a gaggeesseen haala nageenyaa naannicharrattii mari'ateera.
Haaluma kanaan, gaaffii aangoo gadi…
Hojjettoota Itiyoo Teelekoom yakka raawwatan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Hojjettoota Itiyoo Telekoom baatirii waliingahiinsa neetiwoorkiif tajaajilu hatan jedhamanii fi yakkicha keessatti kanneen hirmaatan to’annoo jala oolfaman.…
Rakkoolee misoomaa fi bulchiinsa gaarii furuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama – Indashaawu Xaasow
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Rakkoolee misoomaa fi bulchiinsa gaarii naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa furuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa…
Misooma qamadii 2016 milkeessuuf itti fayyadamni bishaanii murteessaadha jedhame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- “Karoora Xiiqii” misooma qamadii Bonaa bara 2016 lafa hektaara miliyoona 2.5 irratti misoomsuuf karoorfame milkeessuuf, itti fayyadama bishaaniirratti…