Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qaamni hundi jijjiirama naannawaa isaarraa eegaluu qaba – Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) - Qaamni hundi jijjiirama naannawaa isaarraa eegaluu qaba jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Qaamni hundi jijjiirama naannawaa isaarraa…
Galmeen barattootaa bara 2016 eegalame – BBO
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Galmeen barnootaa bara 2016 eegalamuu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksiise.
Akka naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2016 jalqabuuf galmeen barattootaa…
Seenaan Abbootii keenya gootummaan kufanii Addunyaa irratti nu boonse – Aadde Adaanachi Abeebee
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Seenaan abbootii keenya bilisummaa fi ulfina ilma namaatiif gootummaan kufanii lammiileen Itiyoophiyaa addunyaa irratti akka boonan taasisuu Kantibaan…
Oomisha Gannaan lafti heektaarri miiliyoonni 3.8 mala ammayyaan qotame – Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Oomisha Gannaan lafti heektaarri miiliyoonni 3.8 mala ammayyaan qotamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Qonna gannaa bara kanaaf hanga ammaatti lafti…
Inistitiyuutii Qabeenyaa Uumamaa Addunyaa waliin walta’iinsan hojjechuuf haalota dandeessisanirratti…
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Bakka Bu’oota Inistiitiyuutii Qabeenya Umamaa waliin mari’ataniiru.
Marichaan Dooktar Fitsum…
Bishooftuutti deeggarsa mootummaa Jaappaaniin Manni Kitaabaa ijaarame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Magaalaa Bishooftuu Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa Ada’aa keessatti manni kitaabaa deeggarsa mootummaa Jaappaaniin ijaarame eebbifame.
Sirna eebbaa Mana…
Guyyoota lamaaf mariin Hidha Haaromsaa gaggeeffamaa ture marsaan jalqabaa xumurame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)-Guyyoota lamaaf guutiinsaa fi gadi lakkisa bishaanii Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa ilaalchisuun mariin Ijibti Kaayirootti gaggeeffamaa ture marsaan…
Guyyaa borii daandileen sochii tiraafikaaf cufaa ta’an ifooman
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Jila Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 19ffaarratti hirmaataniif simannaa taasifamuuf jecha, daandilee sochii tiraafikaaf cufaa…
Magaalonni Finfinnee fi Chuunchoon walta’iinsaan hojjechuuf waliigalteerra ga’an
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen, waliigaltee Magaalaa Finfinnee fi Magaalaa Chunchoon gidduu haaressuuf Kooriyaa Kibbaa…
Ergama nagaa kabachiisuu Idil Addunyaa addaan cite ture itti fufsiisuuf waliigalteerra ga’ame
Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Itiyoophiyaa ergama nagaa kabachiisuu Idil Addunyaa addaan citee ture itti fufsiisuuf waliigalteerra ga’uu beeksiseera.
Bara…