Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Chaayinaa waliin daldalaa alaa qabdu fooyyessuuf hojjetamaa jira-Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaan chaayinaa waliin daldala alaa qabdu fooyyessuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu Ministeerii Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Baalli sammuu adoochu Kiiloo Giraamni 21 ol to’atame
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Baalli sammuu namaa adoochu Kiiloo Giraamni 21 ol to'atame Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa beeksise.
Baalli sammuu namaa Adoochu kun…
Galmeewwan qorannoo yakkaa kuma 188 ol ta’anirratti murtoon laatame – Ministeera Haqaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Bara baajataa xumurame galmeewwan qorannoo yakkaa kuma 188 ol ta'anirratti murtoon laatamuu Ministeera Haqaa beeksise.
Waltajjiin waloo Ministeera…
Gaaffiilee uummataa ijoo ta’an adda baasuun duraa duubaan hiikuuf ni hojjenna – Araggaa Kabbadaa
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Gaaffiilee uummataa ijoo ta’an adda baasuun duraa duubaan hiikuuf kan hojjetamu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan.…
Mootummaan Itiyoophiyaa dhaabbilee tumsitoota misoomaa waliin hojjechuuf murannoo qabaachuu ibse
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Mootummaan Itiyoophiyaa galma misoomaa qabate milkeessuuf dhaabbilee tumsitoota misoomaa waliin hojjechuuf murannoo qabaachuu ibseera.
Ministirri…
Bara 2016tti oomisha Bunaa toonii miiliyoona 1.4 walitti qabuun galii Doolaara biiliyoona 2.5 ol…
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Bara 2016tti oomisha Bunaa toonii miiliyoona 1.4 walitti qabuun galii Doolaara biiliyoona 2.5 o argachuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.…
Itiyoophiyaan humna namaa ga’oome horachuuf Dhaabbata Siwiidin waliin waliigaltee mallatteessite
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Itiyoophiyaan humna namaa ogummaan ga’oome horachuuf Dhaabbata Siwiidin ‘Miiliyoomaaniniig’ jedhamu waliin tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee…
Jilli Dooktar Biqilaa Hurrisaan durfamu Aanaa Baabbileetti Kilaastera Ruuzii daawwate
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) –Jilli Itti gaafatamaa Damee Siyaasa paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dookara Biqilaa Hurrisaan durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Baabbileetti Ruuzii…
Magaalli Chaayinaa Harabiin magaaloota Itiyoophiyaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’uu ibsite
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Magaalli Chaayinaa Harabiin magaaloota Itiyoophiyaa gita isheen waliin dhimmoota tumsaan hojjechuuf dandeesiisanirratti mari’atameera.
Chaayinaatti…
Tokkummaa fi tumsaan yoo hojjenne bu’aan argamu gaarii ta’uu Injifannoon atileetotaan argame barumsa…
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) - Tokkummaa fi tumsaan yoo hojjenne bu’aan argamu gaarii ta’uu Injifannoon atileetotaan argame barumsa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…