Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waajjirri Paartii Badhaadhinaa sanada waliigaltee “Waadaa Jaagol” jedhamu mallateesse
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Waajjirri Olaanaa Paartii Badhaadhinaa waajjiraalee damee naannolee fi bulchiinsa magaalotaa waliin sanada waliigaltee "Waadaa Jaagol" jedhamu…
Itiyoophiyaa fi Raashiyaan tumsi Saayinsii fi Teeknooloojiin qaban cimee itti fufu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Raashiyaan tumsa damee saayinsii fi teeknooloojiin qaban cimsaanii itti fufu akka qaban Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii ibse.…
Koomiishiniin Tuuriizimii Oromiyaa “Badhaasa Tuuriizimii” 3ffaa gaggeessuuf
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Koomiishiniin tuuriizimii Oromiyaa “Badhaasa Tuuriizimii Oromiyaa” marsaa 3ffaa gaggeessuuf akka jiru beeksise.
Sagantaan Badhaasaa kunis dhaabbilee…
Komishinar Laliseen Hoggansa Boordii Misooma Dinagdee Singaappoor waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Koomishinarri Koomishinii Invastimanti Itiyoophiyaa Laalise Namee fi Hojii Gaggeessaa Olaanaan Koorporeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Akiliiluu…
Poolisiin Federaalaa meeshaalee kontroobandii Birrii biiliyoona 11’tti tilmaamaman akka to’ataman…
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Poolisiin Federaalaa meeshaaleen kontiroobandii Birrii biiliyoona 11’tti tilmaamaman akka to’ataman taasisuu ibse.
Qajeelchi Waliigalaa Ittisa Yakkaa…
MM Dooktar Abiy Konfederreeshinii Waldaalee Hojjettoota Itiyoophiyaa waliin marita’an
Finfinnee, hagayya 24, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Doktar Abiy Ahimad Hoji Gaggeessitootaa Konfedereshinii Waldaalee hojjettootaa Itiyoophiyaa waliin mari’ataniiru.
Mariin…
Ganna kana lammilee miiliyoona 4 oliif deeggarsi namoomaa taasifame
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Ganna kana lammilee miiliyoona 4.1 oliif deeggarsi namoomaa taasifamuu Komishiinii Hooggansa Sodaa Balaa beeksise.
Komishiinarri Koomishinichaa…
Oromiyaatti hanga ammatti lafti heektarri miiliyoonni 8 miidhaniin uwwiifameera
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafti heektarri miiliyoona 8 ol miidhaan gosa garaagaraan uwwifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Naannichatti…
Abbaan taayitichaa hojii ragaalee barnootaa sobaa adda baasuu gaggeessaa jiraachuun ibse
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Ragaalee barnootaa sobaa addaa baasuu fi hojiin mirkaneessuu gaggeeffamaa jiraachuu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksise.
Dursaan Hoji…
Lallaba Hayyuu Meedhichaaf qophiin taasifamaa jira
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Gadaan Booranaa 72ffaan baalli fuudhuuf jiloota garaagaraa Godina Boorana Bahaa Aanaa Areerootti jilachaa jiruun dooriin damee Koonnituu hayyoota hayyumma…