Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivariisiitiin Koyaangipo’ook barattoota Finfinneef carraa barnoota bilisaa kennuuf waliigale
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen kan Kooriyaa Kibbaa magaalaa Chuntoonitti argamuu Pireezidaantii Yuunivarsiitii…
Bara 2016’tti sirni barnoota haaraan manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa hundatti hojiirra oola-…
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Bara 2016’tti Sirni Barnoota Haaraan manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa hunda keessatti hojiirra kan oolu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Cabiinsa…
Kofaleetti hojiileen tola ooltummaa Birrii miiliyoona 140’tti tilmaamamu hojjetame
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) –Godina Arsii Lixaa Magaalaa Kofaleetti tajaajila lammummaan hojiileen Birrii miiliyoona 140’tti tilmaamamu hojjetamuu bulchiinsi magaalattii beeksise.…
Ambaasaaddar Birhaanuun Dura Taa’aa Buufata Doonii Jibuutii naannawaa Daldala Walabaa Idil…
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Birhaanuu Tsaggaayeen Dura Taa'aa Buufata Doonii Jibuutii naannawaa Daldala Walabaa Idil Addunyaa Abbubakar Oomaar…
Piroofeesar Birihaanuun Chaansilara Yuunivarsiitii Finfinnee ta’uun muudaman
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birihaanuu Naggaa Chaansilara Yuunivarsiitii Finfinnee taasiisuun…
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa moggaasa maqaa guyyooota Qaammee ifoomse
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa moggaasa maqaa guyyooota Qaammee 2015 fi akkaataa kabajaa isaa ifoomseera.
Haaluma kanaan:-
Qaammeen 1 guyyaa…
Aadde Caaltuun bakka Bu’aa Dhaabbata Misoomaa Faraansay waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamuu Bakka Bu’aa Dhaabbata Misooma Faraansaay waliin mari’ataniiru.…
Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii idilee 24ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa walga’ii…
Teeknooloojii duumessa misoomsuun bu’aan milkaa’aan galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)-Diroonii fayyadamuun, jenereetara lafa fi to’annoo fageenyaa fayyadamuun yaaliin teeknooloojii duumessa roobsisuu taasisfame bu’aa qabeessa ta’uun ibsame.…
Naannawaaleen daangaa Oromiyaa fi Somaalee shororkeessaa Shanee jalaa walaboomuun ibsame
Finfinnee, Hagayya 24, 2015 (FBC)- Miseensonni garee shororkeessaa Shanee bakkoota bal’inaan keessa socho’aa turan naannawaaleen daangaa Oromiyaa fi Somaalee garicha jalaa walaboomuu…