Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dastaa Leeddaamoon sanyii Filatamaa Boqqoolloo baayya’achaa jiru daawwatan
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon sanyii filatamaa Boqqoolloo baayya’achaa jiru daawwataniiru.
Sanyii Filatamaa Boqqooloo aanaa…
Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota ogummaa garagaraan barsiisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo barattoota ogummaa garagaraan digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture marsaa 4ffaaf eebbisiiseera..…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiilee gurguddoo hojjechaa jira-…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu dhiyeessi oomishaalee gabaa ayyaanaa kutaa magaalaa Furii…
Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa gaggeessa jira
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa 25ffaa fi sosochii barnootaa bara 2016 gaggeessa jira.
Yaa’icharratti Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Godina Booranaa Bahaatti Piroojektoonni jallisii Birrii miiliyoona 590 oliin hojjetamaa turan…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Godina Booranaa Bahaatti Piroojektoonni jallisii Birrii miiliyoona 590 oliin hojjetamaa turan xumuramuu Waajjirri Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa…
Raayyaan Ittisaa gabatee konkolaattootaa haaraa hojiirra oolche
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa gabatee konkolaattootaa haaraa hojiirra oolchuu beeksiise.
Lakkoofsi gabatee konkolaattootaa haaraan kun Hagayya 25, 2015 eegale…
Qaala’iinsa oomishaalee bu’uuraa ittisuuf hojjetamaa akka jiru ibsame
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)-Simannaa Bara haaraa sababeeffachuun hanqinni dhiyeessii fi qaala’iinsa gatii oomishaalee bu’uuraa ittisuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri…
Qaamolee boora’uu nageenyaa Gaambeellaatti mudate keessatti hirmaatan hojiin itti gaafatamtoota…
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Adeemsi qaamolee rakkoo nageenyaa Naannoo Gaambeellaatti mudatee turee keessatti hirmaatan seeratti dhiyeessuun itti gaafatamtoota tssisuu cimee kan itti…
Galteewwan wal’aansa fi oomishaalee waraqaa oomisha biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Galteewwan wal’aansaa fi oomishaalee waraqaa guutummaatti oomisha biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Sona Buna Itiyoophiyaarraatti dabaluuf dhaabbata Xaaliyaanii ‘Ilii Kaaffee’ waliin waliigalteen…
Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa Bunarratti sona dabaluuf waliigaltee dandeessisu dhaabbata Xaaliyaanii ‘Ilii Kaaffee’ waliin mallateesse.…