Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Samaraatti Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa ijaarame eebbifame
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Deeggarsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti kan ijaarame Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa eebbifameera.
Sirna…
Finfinneen Federeeshinii Magaalota Tuuriizimii Idil Addunyaatti makamte
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Magaalaan Finfinnee miseensa Federeeshinii Tuuriizimii Idil Addunyaa taate.
Ittaanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaay…
Haroowwaan Sulula Qiinxamaa Ikkoo Tuurizimii fi hojiilee jallisiif oolchuuf walta’iinsaan…
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Hariiwwan Sulula Guddicha Itiyoophiyaa (Sulula Qiinxamaa) ikkoo tuuriizimii, Jallisii fi tajaajila bishaan dhugaatiif oolchuuf walta'iinsaan hojjechuun akka…
Doolaara miiliyoona 3.5 ni argamsiisaan kan eegamu Avokaadoon gabaa biyya alaaf dhiyaateera-Pir.…
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Galii Doolaara miiliyoona 3.5 argamsiisuuf yeroo jalqabaatiif Avokaadoon gabaa alaatti ergamuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu biyyoota biroof fakkeenya ta’a…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa Itiyoophiyaan gaggeessaa jirtu biyyoota Afrikaa biroof fakkeenya ta'uu Gamtaa Afrikaatti Komishinarri Qonnaa, Misooma…
Harargee Lixaatti pirojeektoonni bishaan dhugaatii fi Finnaa Birrii miiliyoona 606 hojjetaman…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti Qindeessaan Kilaastera Baadiyyaa Oromiyaa Obbo Abdurrahamaan Abdallaan durfamu Godina Harargee Lixaatti…
Jilli Obbo Awwaluun durfamu sagantaa Baazarii fi Igzibishiinii magaalaa Adaamaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu sagantaa Baazarii fi Igzibishiinii magaalaa Adamaa daawwateera.…
Miidhaa balaa tiraafikaatiin qaqqabu xiqqeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Miidhaa balaa tiraafikaatiin qaqqabu xiqqeessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistikii beeksise.
Miidhaa sababa balaa…
Bara 2016 keessa hanqinni dhiyeessii akka hin mudanne hojjetamaa jira – BMF
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Bara 2016 keessa hanqinni dhiyeessii akka hin mudanne hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Biirichi bara haaraa…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Damee Abiy eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Damee Abiy Waajjira Muummee keessatti argamu eebbisiiseera.
Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi…