Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sibuu Sireetti balaa konkolaataan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Godina Wallagga Bahaa Aanaa Sibuu Sireetti balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota lama darbe.
Balichis kan mudate konkolaattonni deddeebisaa ummataa…
Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee teeknooloojii quunnamtii odeeffannoon walta’iinsaan akka hojjetan…
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee Teeknooloojii Quunnamtii Odeeffannoon akkasumas damee dijitaalaayizeeshiniin fayyadamummaa waloof walta’iinsaan akka…
Aadde Adaanech Waajjiraa olaanaa Eejensii Tajaajila Galmeessa Siiviilii fi Jiraattummaa eebbisiisan
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee teeknooloojiiwwan ammayyaa’aan kan gurmaa’e Waajjiraa Olaanaa Eejensii Tajaajila Galmeessa…
Tajaajila wayita kenninu faayidaa argachuu garasitti dhalootaa fi biyya ijaaruuf itti gaafatama…
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Tajaajila tokko wayita kenninu faayidaa argamu garasitti dhalootaa fi biyya ijaaruuf itti gaafatama lammummaa fi namoomaa bahachuuf ta’uu akka qabu…
Guyyaan tajaajiltummaa Finfinneetti sagantaalee garaagraan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)-Guyyaan Taajaajiltummaa Qaammeen 1, Finfinnee fi naannawaa garaagaraatti kabajamaa jira.
Guyyicha sababaeeffachuun Kantibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee…
Shakkamtoonni Moobaayiloota dabalatee meeshaalee garaagaraa karaa seeraan alaa daddabarsaa turan…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni Moobaayiloota dabalatee meeshaalee garaagaraa hedduu karaa seeraan alaa daddabarsaa turan 2 to'atamuu Poolisiin magaalaa Finfinnee ibse.…
Mootummaan Naannichaa qaala’insa gatii oomishaalee, ayyaana sababeeffachuun mudatu ittisuuf…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa qaala'insa gatii oomishaalee, ayyaana sababeeffachuun mudatu ittisuuf oomisha qonnaafi bu’aalee qonnaa marsaa duraan…
Noorweey tattaaffii Itiyoophiyaan eeggumsa naannoof taasiiftuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 25…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Noorweey tattaaffii Itiyoophiyaan eeggumsa naannoof taasiiftuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 25 taasiifteerti.
Gadi lakkifama Kaarbanii Ittisuuf…
Walga’iin waloo qondaaltota olaanoo komishinii ministiroota Itoophiyaa fi Somaaliyaa magaalaa…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Walga'iin waloo qondaaltota olaanoo Komishinii Ministiroota Itoophiyaa fi Somaaliyaa magaalaa Moqaadishootti eegalameera.
Biyyoonni lamaan hojiilee…
Boru tajaajjilli geejjibaa Taaksii bilisaan ni laatama
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Guyyaa Boruu Qaammee 1 guyyaa tajaajilaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti tajaajjilli geejjibaa Taaksii bilisaan ni laatama.
Boru ganama sa’aatii…