Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paarkiin Biyyaalessaa Duuroo Kukkee Laangaanoo hundeeffame
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti Paarkii Biyyaalessaa Duuroo Kukkee Laangaanoo hundeeffameera.
Hoji Gaggeessaan Dhaabbata Bosonaa fi Bineensota Bosonaa Oromiyaa…
Biyya itti fufsiisuun dameewwan hundaan wareegama kaffaluun akka barbaachisu eerame
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Goototni lammiileen Itiyoophiyaa biyya qabsoo olaanaan dhaabbatte itti fufsisuuf hunduu damee bobba’erratti wareegama kaffaluu barbaachisa jechuun…
Gootota wareegama kaffalan kabajuun barbaachisaadha-Atileet Qananiisaa Baqqalaa
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Dameewwan hundaan gootota wareegama kaffalan hunda kabajuu, galateeffachuun barbaachisaa ta’uu Atileet Qananiisaa Baqqalaan dubbate.
Atileet Qananiisaan…
Kaabineen Naannoo Hararii walgahii ariifachiisaa gaggeesseen murtoo dabarse
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Kaabineen Naannoo Hararii walgahii ariifachiisaa gaggeesseen dhimmoota waqtaawarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Balaa Ibiddaa Magaalaa Harar…
Itiyoophiyaan biyya qaamolee nageenyaa alaabaa ishee olkaasuu danda’an qabduudha – Komishinii…
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Komishiniin Poolisii Federaalaa Qaammee 2 Guyyaa Wareegamaa marii paanaalii fi sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Guyyaan kun mata duree "Biyya…
Oomishtummaa Dammaa toonii kuma 98’tti guddisuun danda’ameera- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Oomishtummaa Dammaa toonii kuma 98’tti guddisuun akka danda’ame Muummeen Ministiraa FDRI DooktarAbiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad, Ityoophiyaan…
Guyyaan Wareegamaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Qaammeen 2 Guyyaan Wareegamaa Bulchiinsa magaalaa Shaggaritti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Bulchiinsaa Magaalaa Shaggar Kutaalee Magaalaa…
Guyyaan Wareegamaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Qaammeen 2 Guyyaan Wareegamaa naannoo Beenishaanguul Gumuzitti sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Guyyaan kun gootoota biyyaaf aarsaa kaffalan…
Itiyoophiyaan qabsoo boonsaa dhalootaatiin kan ijaaramte mana waloo keenyaati-TKM
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaan adeemsa barootaa keessatti qabsoo boonsaa dhaloonni taasisaniin kan ijaaramte mana waloo keenyaati jechuun Tajaajillii Kominikeeshinii…
Guyyaan Wareegamaa Dirree Dhawaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Qaammeen 2, Guyyaan Wareegamaa, Magaalaa Dirree Dhawaatti mata duree “Biyyaa Wareegamaan Ijaaramtu” jedhuun kabajamaa jira.
Guyyicha ilaalchisuun…