Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Wayita ayyaanaa balaawwan mudachuu malan ittisuuf qophiin gahaan taasiifamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 3, 2015 (FBC) – Wayita ayyaanaa balaawwan tasaa mudachuu malan ittisuuf qophiin gahaan taasiifamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa magaalaa Finfinnee…
Itiyoophiyaan biyya wareegama hedduun cichoomteedha – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Itiyoophiyaan biyya wareegama hedduun cichoomteedha jedhan Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.
Aadde Adaanach Qaamolee nageenyaa…
Poolisiin Federaalaa giddugala gootootaa ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Poolisiin Federaalaa giddugala gootoota miseensotaa fi hoggantootaa dirqamarratti miidhamaniif ijaarsise eebbisiise.
Gootoota Itiyoophiyaa ijaaruuf…
Aanaa Miidhagaa Tolaatti balaa Bakakkaan lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 5 irra miidhaan…
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Midhagaa Tolaatti Balaa Bakakkaan lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 5 irra miidhaan qaqqabuu ibsame.
Aanichaatti Ganda…
Walga’iin Koomishinii Ministirootaa Itiyoo Somaaliyaa gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Walga’iin jalqabaa Koomishinii Ministiroota Itiyoo Somaaliyaa Moqaadisootti gaggeeffame.
Walga’icharratti Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Qorannoo fi Dizzaayiniin Pirojektoota 601 xumuramuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Bara baajataa 2015 Qorannoo fi Dizzaayiniin Pirojektoota 601 xumuramuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksiise.
Pirojektoonni kunneen…
Hojiin Inisheetivii Misooma Dammaatiin eegalame bu’aa jajjabeessaa argamsisuu jalqabeera –…
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – ''Oromiyaa Galaana Dammaa ni taasisna'' mata duree jedhuun hojiin Inisheetivii Misooma Dammaatiin eegalame bu'aa jajjabeessaa argamsisuu jalqabuu…
Itiyoophiyaan yaa’ii DhMG 78ffaaf qophii taasiisuu beeksiifte
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Itiyoophiyaan yaa’ii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaaf qophii duraa barbaachisu taasiisuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera.
Dubbii Himaan…
Guyyaan wareegamaa Komishinii Poolisii Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Guyyaan wareegamaa Komishinii Poolisii Oromiyaatti mata duree"Itiyoophiyaaf jecha Aarsaa hunda nan kaffala" jedhuun kabajameera.
Itiyoophiyaan kan…
Obbo Dammaqaan Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galan
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniini durfamu Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galeera.
Jilichi…