Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Roobeetti Pirojektoonni Birrii miiliiyoona 265’n ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2015(FBC)-Magaalaa Roobeetti pirojektoonni Birrii miiliyoona 265 ijaaraman eebbifamaniiru.
Pirojektoonni Kunneen Magaalaattii giddugala daldalaa fi turiizimii…
Gaambeellaatti Hoggantoonni 13 aangoorraa kaafaman
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Rakkoo nageenyaa mudatee turee sababeeffachuun gamaaggamaa gaggeeffameen hoggantoonni 13 aangoo isaaniirraa kaafamuu Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Umod…
Jilli qondaaltota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Warshaa Sibiilaa Adaamaa daawwate
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Jilli qondaaltota olaanoo Mootummaa Naannoo Oromiyaa hammate Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Warshaa Sibiilaa Adaamaa daawwateera.
Daawwannicharratti…
Mootummaan balaa kirkira lafaa Morookootiin miidhaa ga’een gadda itti dhagaa’ame ibse
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaa balaa kirkiraa lafaa har’aa Morookootti mudateen miidhaa lammiilee biyyattiirra ga’een gadda itti dhagaa’amee ibse.
Ministeerri…
Beenishaangul Gumuzitti dandeettii oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Damee indaastiriin hojiilee jalqabaman babal’isuun dandeettii oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo…
Naannoleetti guyyaan oomishtummaa sirnoota garaagaraatiin kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Har’a Guyyaan Oomishtummaa mata duree “Shamattummaarra gara Oomishtummaatti” jedhuun naannolee garaagaraatti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira.
Haaluma…
Biyya ceesisuuf oomishtoota uumuun jalqabameera-TKM
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Dachaa oomishuun biyya keessaa fi gabaa biyyaa alaaf kan dhiyeessan, damee indaastirii oomishaarratti bobba’uun oomisha isaanii kan dhiyeessanii fi gibira…
Jimmaatti Guyyaa Oomishtummaatti gaagurri kumni 1 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Magaalaa Jimmaa gandoota garaagaraatti Qaammee 4 “Guyyaa Oomishtummaa” sababeeffachuun gaagura ammayyaa kuma 1 ol ta'u qonnaan bultoota adda dureef…
Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Bilisummaa dhugaa gonfachuuf haa oomishnu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin…
Guyyaa Oomishtummaa sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee daawwatan
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Qaammee 4, Guyyaa Oomishtumma mata duree “Shamattummaarraa gara Oomishtummaatti” jedhuun kabajamaa jiru sababeeffachuun Ministiroonni warshaalee…