Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waan fayyadu cimsuun bara haaraa simachuu qabna – Abunee Maatiyaas
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Paatiriyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa qulqulluu Abune Maatiyaas bara haaraa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
Waloomni eenyummaa kaleessaa, Birmadummaa har’aa, carraa boruuti-TKM
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Waloomni eenyummaa kaleessaa, birmadummaa har’aa, carraa boruuti jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi har’a Guyyaa Waloomaa…
Jijjiirraa baraatti madfiin si’a 21 dhukaafama
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)-Ayyaana jijjiirraa bara haaraa boru Fulbaana 1, 2016 kabajamu ilaalchisuun madfiin si’a 21 ni dhukaafama jedhame.
Madiiin kunis boruu sa’aatii 12:00…
Qaammeen 6, Guyyaan waloomaa Giddu Gala Aadaa Oromootti marii Paanaaliin kabajame
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Qaammeen 6, Guyyaan waloomaa mata duree "Waloomni Keenya; Faaya Keenya" jedhuun Giddu Gala Aadaa Oromootti marii Paanaaliin kabajameera.
Guyyaan…
Pireezidaanti Shimallis ergaa baga ittiin isiin gahee dabarsan
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan bara haaraa 2016 ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Barichi bara…
Barri Haaraan baraa moofaa darberra fooyya’aa akka ta’uuf jijjiiramaaf of haa qopheessinu-MMF
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC)- Barri Haaraan bara moofaa darberra fooyya’aa akka ta’uuf jijjiiramaaf of haa qopheessinu jechuun Manni Maree Federeeshinii ibse.
Afyaa’iin Manni Marichaa…
Qaammeen 6, Guyyaan Waloomaa sagantaalee adda addaan kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Qaammeen 6, Guyyaan Waloomaa sagantaalee adda addaan sadarkaa biyyaalessaatti kabajamaa jira.
Guyyichi mata duree' Biyya waloomaan ijaaramte' jedhuun…
Ariitiin umurii malee daandii hin gabaabsu! – Ejansii Geejjiba Oromiyaa
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Ayyaanni torbee nageenya Tiraafiikaa Magaalaa Jimmaatti kabajamera.
Bara 2015 magaala jimmaatti balaan 73 qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbuu ibsameera.…
Badhaasni nama gaarii 11ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Badhaasni nama gaarii marsaa 11ffaan Hoteela Interleegzyariitti gaggeeffameera.
Sagantichaan namoota sadarkaa addunyaatti Itiyoophiyaa maqaa gaariin…
Hojii dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu eegalame cimsinee itti fufna – Abbootii Amantaalee
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC) – Hojii dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu eegalame cimsinee itti fufna jedhan Abbootiin Amantaalee.
Qaammeen 5, Guyyaan dhalootaa mata duree…